Qoosaa/α‰€αˆα‹΅/Fun

Qoosaa/α‰€αˆα‹΅/Fun Nagaan jalqaba πŸ•ŠοΈ Tokkummaan humna πŸ’ͺ

πŸ™„πŸ€”
28/03/2026

πŸ™„πŸ€”

Kubbaa amma Burnon rukute sun bosona cillimootti cillim jettee argamte jedhani; hin barbaadinaa🀣
24/08/2025

Kubbaa amma Burnon rukute sun bosona cillimootti cillim jettee argamte jedhani; hin barbaadinaa🀣

πŸ€”πŸ€£πŸ€£
09/08/2025

πŸ€”πŸ€£πŸ€£

21/04/2025

Β° Β° Β°

α‹¨α‹ˆαŠ•α‹΅ Photo αˆ΅α‰³α‹­ ራሱ Zoom αŠ α‹΅αˆ­αŒ‹ αŠͺαˆ±αŠ• αŠα‹ αˆα‰³α‹¨α‹πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

πŸ™„πŸ˜’
17/03/2025

πŸ™„πŸ˜’

"Nama horii kee hate waliin yoo barbaadde; horii kee hin argattu". Ani namootuma dhugaa dhugaa jedhan kanaayyu ija shakk...
12/03/2025

"Nama horii kee hate waliin yoo barbaadde; horii kee hin argattu". Ani namootuma dhugaa dhugaa jedhan kanaayyu ija shakkiitinin ilaalaπŸ˜’ Dhimma dhuunfa ofii galmaan gahachuudhaf dubbii faana balleessu irraa of qusadhaa. Wanti beektan yoo jiraate karaa seera qabeessan Poolisiidhaf odeefanno/Eeruu/ kenna. Kanaa achiπŸ€›

Qanoo lubbuu teetif jennata, maatif firoota isheetif immoo jajjabinan hawwa😭😭

α‹¨αˆΈαˆŒ αˆαŒ… αˆ΅α‰΅αˆˆα‹‰ αˆ΅α‹΅α‰₯ α‹¨αˆ›α‹­αˆ†αŠ•α‰ α‰΅ αŠ₯αŠ“ α‰ αŠ©αˆ«α‰΅ α‹°αˆ¨α‰±αŠ• αŠαα‰Ά αŠ α‰€α‰΅ α‹¨αˆšαˆαˆ… α‰₯α‰ΈαŠ› αˆ°α‹‰πŸ’ƒπŸšΆ
17/01/2025

α‹¨αˆΈαˆŒ αˆαŒ… αˆ΅α‰΅αˆˆα‹‰ αˆ΅α‹΅α‰₯ α‹¨αˆ›α‹­αˆ†αŠ•α‰ α‰΅ αŠ₯αŠ“ α‰ αŠ©αˆ«α‰΅ α‹°αˆ¨α‰±αŠ• αŠαα‰Ά αŠ α‰€α‰΅ α‹¨αˆšαˆαˆ… α‰₯α‰ΈαŠ› αˆ°α‹‰πŸ’ƒπŸšΆ

α‹›αˆ¬ αˆšα‹«α‹α‹« 21 α‹“αˆˆαˆ αŠ α‰€α α‹¨αˆαŠžα‰΅ α‰€αŠ• αŠα‹!
29/04/2024

α‹›αˆ¬ αˆšα‹«α‹α‹« 21 α‹“αˆˆαˆ αŠ α‰€α α‹¨αˆαŠžα‰΅ α‰€αŠ• αŠα‹!

Madfichaan simbirri takka samii irraa buufamteettiπŸ€›
28/04/2024

Madfichaan simbirri takka samii irraa buufamteettiπŸ€›

Jabaa namaa keenyaDukkanaan da'atanii,Akka korma qalmaaGaafa, lafaan ga'atanii....Ati hin didnee dache"Lakki hin nyaadhu...
10/04/2024

Jabaa namaa keenya
Dukkanaan da'atanii,
Akka korma qalmaa
Gaafa, lafaan ga'atanii....
Ati hin didnee dache
"Lakki hin nyaadhu" in jennee ?
Moo sumatu fedhee
Hiree du-'aa kenne ?
Maal immoo yakkisaa
Mee maal irraa argatte ?
Awwaa-lteema teessaa
Jabaa akka jaal Battee ?

Dachi sin komadhu
Kan sit kennan nyaatta
Kan siif jedhan baatta,
Garuu warra Oromoo
Tokko tokkoon fixuuf
Hiree akkamii laatta ?
Gaafa guyyaa isaanii
Harka keet kufanii
Gara kee dhufanii...,

"Lakki isin hin fedhu
Ani isin hin baadhu,
Kan foon namaa nyaattan
Foon keessan hin nyaadhu"

Jettee diddaa laata ?
Mootii hamtootaatti
Garaan kee jabaataa ?
😭

  β€οΈπŸ™
12/03/2024

β€οΈπŸ™

Address

Bishoftu
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qoosaa/α‰€αˆα‹΅/Fun posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share