Mustafe Alii

Mustafe Alii Karaalee milkaa'inaa
(Ways of success )

1 Ofitti Amanamummaa
2 Kaayyoo qabaachuu

 #?????????????????????????????????
24/02/2026

#??????????????
??????????
??????
???

Eid Mubarak 2017 2025 1446  ====================Dubbistu malee biraa hin darbin. 🙏1→Maalif akka dhalatte, of gaafadhuuti...
10/04/2025

Eid Mubarak 2017 2025 1446

====================

Dubbistu malee biraa hin darbin. 🙏

1→Maalif akka dhalatte, of gaafadhuutii hubadhu!
2→Waaqa si uume sodaachuu dirqama kee godhadhu!
3→Kabajaa fi naamusa kee eeggadhu!
4→Kaayyoo kee irratti kutannoo fi murannoo qabaadhu!
5→Osoo rakkoon hin dhufin, waaqa kee yaadadhu!
6→Yemmuu balleesite, dafii dhiifama gaafadhu!
7→Jireenya injifachuuf dursa ofiikee injifadhu!
8→Rabbii kee kadhachuu; amala taasifadhu!
9→Umurii dheerachuu yoo feete, waan gaarii hojjedhu!
10→Nama kamiifuu ilaalcha gaarii fi kabaja qabaadhu!
11→Haqaa fi dhara, ragaan xiinxali adda baafadhu!
12→Ejjannoo sirrii kan mataa keetii qabaadhu!
13→Qabeenyas dhabdu, amalaa fi naamusaa gaarii qabaadhu!
14→Namummaa keetin, of tahii mul'adhu!
15→Hiriyyaa nama hamatuu fi nama sobu; irraa fagaadhu!
16→Sammuu keetin of abboomii jiraadhu!
17→Yeroo gaa'ilaaf nama filattu, bareedina bifaa osoo hin taane, bareedina qalbii ilaalii filadhu!
18→Haqaa fi mirga keef, sodaa tokko malee falmadhu!
19→Lammii fi biyya keef, bilisummaa dheebodhu!
20→Barnoota amantaa kee, xiqqoos taatu baradhu!
21→Yemmuu duroomte, hiyyeesota yaadadhu!
22→Warroota dhukkubsatan, bira dhaqii gaafadhu!
23→Haadha fi abbaa kee, kabajii kunuunfadhu!
24→Nama tola ooltummaa siif oole, hundaa galateefadhu!
25→Waan filattu, adda baafadhu!
26→Du'a booda jireenyi jiraachuu isaa qalbifadhu!
27→Furtuu jannataa fudhachuuf, Goofta Yesuusin Waaqa kee godhadhu! sababni isaas isa malee jireenya bara baraa akka hin qabne jalaa murii beekii.
28→Eessaa, maalif, eenyun, maaliin akka dhufte; Eessaa fi maalirra akka jirtu; akkasumas, eessaa fi maaliif akka deemtu; sirriitti gadi fageenyaan xinxalii hubadhu!
29→Gorsa koo xiqqoo kana, adaraa kee qomatti naaf qabadhu!
30→Hiriyaa keefis share godhii dheebuu jireenyaa baafadhu!

⌲ Hundumaa olitti Waaqni hubannaa fi ogummaa akka siif laatuf, hifannaa malee kadhadhu!
Like& 💕💕
Follow

Obboleeysa keenya Raabaa Doorii baga asiin si gahe. Yaroo muraasa booda kan waliin eeynu taha. Soomana kana hobbaafannee...
03/03/2025

Obboleeysa keenya Raabaa Doorii baga asiin si gahe. Yaroo muraasa booda kan waliin eeynu taha. Soomana kana hobbaafannee walitti deebina🥰🙏

Kabajamoo Ustaaz Sufiyaan Usmaan [ Cush Land ]  barnoota xayyaara balaliisuu baratanii xumuranii jiran.  Maashaa Allaah,...
02/03/2025

Kabajamoo Ustaaz Sufiyaan Usmaan [ Cush Land ] barnoota xayyaara balaliisuu baratanii xumuranii jiran. Maashaa Allaah, Nama gammachiisa

Ustaz Sufiyaan jechuun nama Barnoota akkaadaamii tii fi roga hoggansaatiinis Dargaggoof fakkeenya gaarii tahaa jiru.
Barumsa milkii rabbi isiniif haa godhu, umrii nuuf dheeradhaa.

02/03/2025

Dhiirti dhibee Hinaaffan Qabamnaan Bine*nsatti Jijjiiramti😭💔

 Nui ilmaan warra biyyaaf waraanamuun isaan hin dhukkubsine, warra biyyaaf  qaama hir’achuun homaa isaanitti hin fakkaan...
02/03/2025


Nui ilmaan warra biyyaaf waraanamuun isaan hin dhukkubsine, warra biyyaaf qaama hir’achuun homaa isaanitti hin fakkaanneef hin yaaddessine, warra lafeen caccabuun, agartuun buruquun, Foon Burkutaa’uun hoomaa itti hin fakkaatin biyya kana fakkaattu birmadummaa ishee eeguun nutti dabarsaniiti.

Adwaa 💪

Kaameettii ⭐️⭐️⭐️

God is good all the time 🙏🙏🙏
Damme mustafe Harar Design🙏❤️

Baga   kabajamtuu fi jaalatamatuu ji’a   nagayaan geenye    🤲 MA   Galatoomi 🙏
01/03/2025

Baga kabajamtuu fi jaalatamatuu ji’a nagayaan geenye 🤲

MA Galatoomi 🙏

Baatii   tiif guyyaa meeqaatu hafe ____?Hundaafuu   ngy nuun haa ga’u 🤲🤲
26/02/2025

Baatii tiif guyyaa meeqaatu hafe ____?

Hundaafuu ngy nuun haa ga’u 🤲🤲

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mustafe Alii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share