12/04/2025
โGaafilee 15n kan ๐๐ถ๐ฟ๐ถ๐๐๐ฎ๐ฎ๐ป๐ผ๐ป๐ป๐ถ deebii isaa goonkumaa argachuu hin dandeenye.โ Ustaaz Ifaa Dhugaa tiin
๐ 1. Yesus Kiristos; Rabbiin yoo taโe, akkamitti (Maarqos 1:35) irratti, ganama bariin ka'ee, iddoo namni hin jirree dhaqee, Rabbiin kadhachuun isaa gabaafame.
๐ 2. Yesus Kiristos; Rabbiin yoo ta'e, akkamitti (Yohannis 18:22) keessatti, qondaalota keessaa tokkoon rukutame. Namni Rabbiin rukutuu ni danda'aa.
๐ 3. Yesus Kiristos; Rabbiin yoo ta'e, akkamitti (Maarqos 15:34) irratti, sagalee guddaadhaan, โElo'ii, Elo'ii lamaa sabaktanii?โ Rabbii koo, Rabbii koo maaliif na dhiifte?โ jedhee Rabbii isaa waammata.
Yoo Yesus Rabbiin ta'e, Rabbiin Yesus Kiristos itti iyye sun kami laata?
๐ 4. Yesus Kiristos; Rabbiin yoo ta'e, akkamitti (Yohaannis 8:28) irratti, ofiin homaa hojjechuu hin dandeenyee fi qaamni isa erge isa wajjiin yeroo hundumaa jiraachuu dubbataree.
Yoo Yesus Kiristos Rabbiin ta'e, akkamitti waan fedhe gochuu hin dandeenyeree?
๐ 5. Yesus Kiristos; Rabbiin yoo ta'e, akkamitti (Yohaannis 14:28) irratti, abbaan na caala'o. jedha.
๐ 6. Yesus Kiristos; Rabbiin yoo ta'e, akkamitti (Luqaas 23:46) irratti, sagalee guddaadhaan iyyee, โYaa abbaa ko, hafuura koo harka keettan kennadha!โ jedha.
๐ 7. Yesus Kiristos; Rabbiin yoo taโe, akkamitti (Maarqos 10:18) irratti, โMaaliif gaarii naan jettuu? Rabbii isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru jedha.
๐ 8. akkasumas akkamitti (Luqaas 18:19) irratti: โMaaliif gaarii naan jettu? Rabbii isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru jedheree.
๐ 9. Yesus Kiristos; Rabbiin yoo ta'e, akkamitti (Yohannis 20:17) irratti, โAni gara abbaa kootii fi abbaa keessaniitti, gara Rabbii kootii fi Rabbii keessaniitti ol nan ba'aโ jedheree.
๐ 10. Yesus Kiristos; Rabbii cubbuu dhiifama godhu yoo ta'e, akkamitti yeroo nuti jal'anne (Luqaas 23:34) irratti: โYaa abbaa, waan godhan hin beekani'o isaaniif dhiisi!โ jedhaa.
๐ 11. Yesus Kiristos; Rabbiin yoo ta'e, akkamitti