ASU Focus

ASU Focus Fuulli kun kan barattoota Yuunivarsitii Asoosaa irraa eebbifamii bahanii addunyaa barnootaa irraa ga

15/09/2021

Nagaan isiniif haa ta'u yoo isiniif mijate yeroo mijeeffannee utuu wal agarree maal isinitti fakkaata? Warra isiniif danada'amuuf/qaqqabamuuf

Tajaajiltoota kadhannaadhaan nu wajjin turan Kana  waaqayyo iddoo isaan jirtanitti isaan ha eebbisu
25/07/2021

Tajaajiltoota kadhannaadhaan nu wajjin turan Kana waaqayyo iddoo isaan jirtanitti isaan ha eebbisu

Namni suuraa irratti argitan kun   Anyieth Tit  jedhama lammii Sudaan kibbaati Afaan Oromoo homaa hin beeku garuu, yeroo...
25/07/2021

Namni suuraa irratti argitan kun Anyieth Tit jedhama lammii Sudaan kibbaati Afaan Oromoo homaa hin beeku garuu, yeroo waaqeffannaa feeloo keenyaa kamisa galgalaa fi sanbata xiqqaa waaree booda yeroo hundumaa nuu wajjin waaqeffata. Eebbifami
Kabaja siif qabna JohnπŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™

Gartuu dhuga ba'umsaa duraanii ASU FOCUS iddoo jirtanitti nagaan waaqayyoo isiniif haa ta'u
19/07/2021

Gartuu dhuga ba'umsaa duraanii ASU FOCUS iddoo jirtanitti nagaan waaqayyoo isiniif haa ta'u

Gartuu dhuga ba'umsaa duraanii iddoo jirtanitti nagaan waaqayyoo isiniif ha baay'atu
19/07/2021

Gartuu dhuga ba'umsaa duraanii iddoo jirtanitti nagaan waaqayyoo isiniif ha baay'atu

17/07/2021

Barattootni Feelooshiippii FOCUS Yuuniversitii Asoosaa irraa marsaa 8 ffaa bara kana eebbifamtan hundinuu baga gammaddan .
Waaqayyo inni isin Amanamummaadhaan hojiisaa hojjechaafii turtan baroota keessan hafe hundumaatti isinii wajjin haa ta'u!
Eebbifamaa
GaariiπŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘

Address

Guinea Bissau
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ASU Focus posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to ASU Focus:

Share