Jalala dhugaa

Jalala dhugaa A

18/06/2026

17/06/2026
Godina Arsii aanaa Seeruutti uummanni qe'ee isaa irraa buqqa'e rakkoo hamaa keessa jiraachuun dhagahame.Namoonni kuma 10...
17/06/2026

Godina Arsii aanaa Seeruutti uummanni qe'ee isaa irraa buqqa'e rakkoo hamaa keessa jiraachuun dhagahame.

Namoonni kuma 10 caalaan akka buqqa'an maddeen naannawaa sanaa JDHtti himan.

Kanneen qe'een isanii manca'ee buqqaafaman dirree irratti bakka Hadiidoo jedhamutti walitti qabamanii akka jiran odeeffanne.

Maanguddoonni, dubartoonni ulfaa, deessuun, daa'imman lammiilee qe'ee isaanii irraa buqqaafaman keessa akka jiran ibsaniiru.

Dubartoonni dirree irratti dahanillee akka jiran dubbatan.

Uummanni qe'ee isaa irraa buqqaafame kun waan nyaatu dhabee beelaan dararamaa akka jiru himaniiru.

Uummanni buqqaafame kun gargaarsa wayiituu akka hin arganne eeranii, gargaarsa halatattamaa barbaadna jedhan.

Rakkoo kanaaf furmaata akka barbaadanis himaniiru.

Akkaataa du'a goototaa
15/06/2026

Akkaataa du'a goototaa

Namummaa !Luka isheettii shaashii isheetiin mucaa ishee hidhattee,bakka mul'atu kana rafti.Of nama hin jibbisiisuu ?Samm...
15/06/2026

Namummaa !
Luka isheettii shaashii isheetiin mucaa ishee hidhattee,bakka mul'atu kana rafti.
Of nama hin jibbisiisuu ?
Sammuun ishees nagaadha,
Akka waan gargaarsa dhabdeetti haasofti,dhalattuu sayyooti,abbaan manaa Gujii jiraa jette,Bilbila nama kamiiyyuu hin beeku jetti,Naannoo shaggar Buraayyuu keellaa,naannoo kaampii chaayinaattan arge.
Yoo beektan maaloo mucaa kanaaf jedhaati maatii barbaadaafi.

Jarri Kun Lamaan yoo wol Fuudhan Maqaa ilmoo isaanii maalitti moggaafatu?Ethio telecom  vs Safaricom Ethiopia  🤣
13/06/2026

Jarri Kun Lamaan yoo wol Fuudhan Maqaa ilmoo isaanii maalitti moggaafatu?
Ethio telecom vs Safaricom Ethiopia 🤣

Subhan Allah😢🙆🏽‍♂️ fuula bareedaa kanaatu akkana taheetiin Aboo Rabbiin si haa Fayiisuu Malee Subhan Allah akka malee mi...
12/06/2026

Subhan Allah😢🙆🏽‍♂️ fuula bareedaa kanaatu akkana taheetiin Aboo Rabbiin si haa Fayiisuu Malee Subhan Allah akka malee miidhame😢🙆🏽‍♂️

Account kana irrattiis gargaarsa godhaaf namuu
Nutiis irratti Sagantaa Bareedaa qabnaaf inshaa Allah 👌

gujiin kana qabaa maal dhaba qabaa anan barbaaddemo damma barbaaddemo albudaa barbaddem bunaa barbaaddemo hundinu gujitt...
11/06/2026

gujiin kana qabaa maal dhaba qabaa anan barbaaddemo damma barbaaddemo albudaa barbaddem bunaa barbaaddemo hundinu gujitti argamaa mee ijoollen gujii jirraa jedhaa


_tanumaa

Mana barumsa utu galuu lafaa argadhe 🥱🥺Amma maal gochuu qabaa
11/06/2026

Mana barumsa utu galuu lafaa argadhe 🥱🥺

Amma maal gochuu qabaa

Namni Hunda isaa deebii sirrii deebisedhugumatti cimaadhayaalaa
10/06/2026

Namni Hunda isaa deebii sirrii deebise
dhugumatti cimaadha
yaalaa

Address

Alga

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jalala dhugaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share