Global College Ambo Main Campus

Global College Ambo Main Campus Ambo

Baga Ayyaana Irreechaan Isin Gahe!irreechi Mallattoo Eenyummaa ,Tokkummaa fi Irree ummata Oromooti!Koollejjii Giloobaali...
29/09/2022

Baga Ayyaana Irreechaan Isin Gahe!
irreechi Mallattoo Eenyummaa ,Tokkummaa fi Irree ummata Oromooti!
Koollejjii Giloobaalii!!

27/09/2022
27/07/2022

Waan Hundumaa dursa waaqayyoon Guddaa Galateeffanna.
Itti aansuun Barattoota keenya!
Dhuma irratti Maatii barattoota keenyaa waan yeroo rakkinaa kana keessatti nu faana dhaabattaniif galata guddaa nu biraa qabdu!
Page keenya Share gochuun nu waliin dhaabadhaa!
Galatoomaa

23/07/2022
Qormaata akka bokkaatti roobe injifannee Guyyaa har'aa kana ga'uun injifannoo Guddaadha baga gammaddan!Baga gammanne Bar...
23/07/2022

Qormaata akka bokkaatti roobe injifannee Guyyaa har'aa kana ga'uun injifannoo Guddaadha baga gammaddan!
Baga gammanne Barattootaa fi maatii Barattootaa Giloobaalii Hunduu!!

05/07/2022

Hin sodaannu Mo'ichi keenya

15/06/2022

G 🤣 L W 😅 W
L CO L I A
O 🤩 E 😁 N Y
A G N
L E. E
R
S

Maaltu ta'e barattoota keenýa please?
02/06/2022

Maaltu ta'e barattoota keenýa please?

01/06/2022

Global is a winner🙂

Kabajamoo fi jaallatamoo barattoota keenya  pagen armaan gaditti baname kun kan mana barumsaa keenya hin ilaallannee fi ...
27/05/2022

Kabajamoo fi jaallatamoo barattoota keenya pagen armaan gaditti baname kun kan mana barumsaa keenya hin ilaallannee fi beekamtii keenyaan ala ta'uu isin beeksisna.
Kanaaf page kana search gochuun xiyya armaan gadii irra kaa'amee jiru hordofuun cufsiisaa!
Hubachiisa!
Pagen Global college isa kana waan ta'eef karaa biraa akka hin hordofnee fi warra oduu sobaa funaanan irraa Akka of qusattan isin beeksifna.
Koollejjii Giloobaalii irraa!

25/05/2022

Guyyaa kamisaa ( bor) barumsi jira

Address

General Hospital Front
Ambo
11:

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Global College Ambo Main Campus posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Global College Ambo Main Campus:

Share