Singer Jelkeba Temena

Singer Jelkeba Temena Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Singer Jelkeba Temena, College & University, Ginci, Ambo.

18/07/2026

Guyyaa Boruu Ganama irraa kaasnee yeroo waaqefannaa fi barumsaa waldaa Labsitu kiristos isa fannifamee keellaatti argamutti ni qabaannaa Amantoonni achitti argamtanii hirmaattuu sagantichaa akka taatan jaalala waaqayyootiin isin affeerraa Eebbifamaa!

09/07/2026

📢 Beeksisa

Mucaa suuraan isaa asiin gaditti argamu kun Magaalaa Shaggar, naannoo Ashawaa Meedaa akka taʼe odeeffanneerra. Haa taʼu malee, yeroo ammaa kana daaʼima dugda isaa irratti baatee Finfinnee, naannoo Boolee Maadaan Aalamaatti naannaʼee kadhachaa ture.

Mucaa kana gargaaruuf yaalaa jirra. Kanaafuu, namoonni maatii isaa yookiin naannoo isaa beektan, maaloo karaa keessaa nuuf barreessaa yookiin karaa dhuunfaatiin nu qunnamaa.

Mee ergaa kana share gochuudhaan namoota biraan gaʼaa.

Galatoomaa! 🙏

28/06/2026

...

Address

Ginci
Ambo
091046

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00

Telephone

+251910461887

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Singer Jelkeba Temena posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share