Filannoo G Wayyaa

Call Directions

Filannoo G Wayyaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Filannoo G Wayyaa, College & University, Ambo.

Maaltu Beeka kan boruu?Hunduu Guyyaa qaba.
22/09/2026

Maaltu Beeka kan boruu?
Hunduu Guyyaa qaba.

 ? Yookan makiinaa binneeLafoo deemuu laganna,Yookii Miilanuu cinneeKaraa teenyee kadhanna!~Yookii gamoo ijaarreeAbbaa u...
29/08/2026

?

Yookan makiinaa binnee
Lafoo deemuu laganna,
Yookii Miilanuu cinnee
Karaa teenyee kadhanna!
~
Yookii gamoo ijaarree
Abbaa urjii jedhamna,
Yookiimmoo huccuu daarree
Nama qurciis jedhamna!
~
Shiroof misira koorree
Fooniif hanqaaquu eella,
Yookiimmoo raafuu dhabnee
Nyaata saree kajeella!
~
Yookaan cimnee cichinee
Abbaa 'Kaampaanii' taana
Yookan Cinnee Ciccinnee
Cabaa 'Darzaanii' taana!
~
Ykn xiyyaara qaaritee qubatta,
Ykn sigaaraa aarsitee gubatta!
~
Yookan rabbiin si faana ta'a
Yookan cabbii si dhaana ta'a!
~
Qaba jettees hin boonin!
Dhabe jettees hin boohin!
Maaltu beeka kan boruu,
Eessatti akka nuun goru!👩‍🦯

Yaa waaqayyoo Galata kee....
22/08/2026

Yaa waaqayyoo Galata kee....

Jireenya Kee keessatti dirqama kan sitti ta'e yeroo hundaa si biraa hin hafnee maali?😥
17/08/2026

Jireenya Kee keessatti dirqama kan sitti ta'e yeroo hundaa si biraa hin hafnee maali?😥

⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️🥰🏅
02/08/2026

⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️⚽️🥰🏅

Maalan Godhe Maalif Dalantaa?Osoon Hin Beekin....
30/06/2026

Maalan Godhe Maalif Dalantaa?
Osoon Hin Beekin....

27/05/2026

Godina Arsii Aanaa Asakoo keessatti dhalatanii kan guddatan Aadde Adaanach Abeebee, dubartoota dirree siyaasaa Itoophiyaa keessatti adda durummaan mul'atan k...

26/05/2026
             👉Abdiin Jira🥰🥰🥰🥰⚽️⚽️⚽️⚽️🏆🏆🏆💎
13/04/2026



👉Abdiin Jira🥰🥰🥰🥰⚽️⚽️⚽️⚽️🏆🏆🏆💎

  TIME
10/01/2026

TIME

Address

Ambo

Telephone

+49432775

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Filannoo G Wayyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share