Mamme Oromiya Oro

26/12/2024
Oduu gammachiisaa !!Hawaasa muslimaa maraaf: akkuma beekkamu markazul-furqaan (Giddu galli) hifzii qur'aanaa Al-furqaan ...
15/08/2024

Oduu gammachiisaa !!

Hawaasa muslimaa maraaf: akkuma beekkamu markazul-furqaan (Giddu galli) hifzii qur'aanaa Al-furqaan kan magaalaa cirootti argamu Yeroo dheeraaf haafizoota hedduu oomishuun ummata islaamaatiif gumaachaa turuun isaa ni yaadatama,kunoo ammaas gaafa 12/12/2016 marsaa 14ffaaf haafizoota 74 iddoo Ulamaa'ootaa fi keeysummoonni kabajaa,fi maatiin haafizootaa fi hawaasni bal'aan iddoo argamanitti Eebbisiisuuf qophii isaa xumuree isin afeeraa jira,kanaaf Namni rabbiin siif mijjiieeyse kamuu Eebba gammachuu tanarraa qooda akka fudhattu siin janna. Iddoon galma koolleejji barsiisootaaa yoo ta'u ganama sa'aa 2:30 irraa jalqabeeti.

Abbaan Jifaar Haafizoota eebbifataa jiraMagaalaa Jimmaatti kan argamu Wiirtuun Hifzii Qur'aanaa Abbaa Jifaar marsaa  6ff...
11/08/2024

Abbaan Jifaar Haafizoota eebbifataa jira

Magaalaa Jimmaatti kan argamu Wiirtuun Hifzii Qur'aanaa Abbaa Jifaar marsaa 6ffaadhaaf Haafizoota Qur'aanaa galma Yunivarsiitii Jimmaatti sirna ho'aadhaan eebbisiisaa jira.

Ulamaa'onni, du'aatonni, ustaazonniifi keessummoonni bakkoota garaa garaa argaman

  iida milkii ta gammachuu rabbi nuuf haa godhu!  Hojiilee gaggaarii teenya rabbiin nurraa haa qeebalu! Baga geessan
15/06/2024

iida milkii ta gammachuu rabbi nuuf haa godhu! Hojiilee gaggaarii teenya rabbiin nurraa haa qeebalu! Baga geessan

Eebba marakaza Rahmaa magaalaa ciro
10/02/2024

Eebba marakaza Rahmaa magaalaa ciro

Address

Arba Mintch

Telephone

+251973215584

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mamme Oromiya Oro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Mamme Oromiya Oro:

Share