Negelle Arsi TVET College

Negelle Arsi TVET College Quality Training for all

07/05/2024
Hojii hirmaannaa umataa mirkaneessuuf jiraattonni gandoota magaalaa Nageellee Arsiitii wolitti bahan qophii boolla biqil...
11/06/2023

Hojii hirmaannaa umataa mirkaneessuuf jiraattonni gandoota magaalaa Nageellee Arsiitii wolitti bahan qophii boolla biqiltuu asharaa magariisa bara kanaa kolleejjii keessatti yeroo qopheessan.

04/05/2023
Yoo woliin ta'an waan kufe hundaa ol kaasuun nama hin dhibu.kan nama dhibu wolirratti yoo dhiibbaa yaaddan qofa.
30/04/2023

Yoo woliin ta'an waan kufe hundaa ol kaasuun nama hin dhibu.kan nama dhibu wolirratti yoo dhiibbaa yaaddan qofa.

Leenjifamtuu ogummaa agro foodprosessing kan guyyaa kaleessaa boqatte rabbi jeennataan ishii haa qananiisu
30/04/2023

Leenjifamtuu ogummaa agro food
prosessing kan guyyaa kaleessaa boqatte rabbi jeennataan ishii haa qananiisu

Kolleejjiin BLTO Nageellee Arsii leenjifamtoota ogummaa Domestic work irratti leenjisaa ture haala gaariin madaallii gah...
24/03/2023

Kolleejjiin BLTO Nageellee Arsii leenjifamtoota ogummaa Domestic work irratti leenjisaa ture haala gaariin madaallii gahuumsa oggummaa kennaa jira.

Kolleejjiin BLTO Nageellee Arsiileenjifamtoota buleeyyii harkaa qabu keenjii haala gaariin leenjii itti fufee jira.Barat...
28/01/2023

Kolleejjiin BLTO Nageellee Arsii
leenjifamtoota buleeyyii harkaa qabu keenjii haala gaariin leenjii itti fufee jira.
Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12 xummurtanii barnoota leenjii ogummaa garaa garaa barachuu barbaaddan fi kan kana dura galmooftanii ulagaan hanga dhufuuf eeggachaa jiratan hundi kolleejjiin keenya yeroo kamuu caala ogummaalee saganta DAC /filatamoo / ta'anii beekamtii ittiin argateen yeroo dhiyootti simannaa ni eegala.wonni adda nu taasisu ogummaaleen nuti leenjisnu kan Industrii garaa garaatiin wolitti hidhatamee leenjifamu waan ta'eef leenjii booda rakkoo hoj-dhabdummaa nun mudatu. koottaa galmaa'aa. Argamni kolleejjichaa magaalaa Nageellee Arsii stadiyeemiin gara kabaatti.

Kolleejjiin BLTO Nageellee Arsiileenjifamtoota buleeyyii harkaa qabu keenjii haala gaariin leenjii itti fufee jira.Barat...
28/01/2023

Kolleejjiin BLTO Nageellee Arsii
leenjifamtoota buleeyyii harkaa qabu keenjii haala gaariin leenjii itti fufee jira.
Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12 xummurtanii barnoota leenjii ogummaa garaa garaa barachuu barbaaddan fi kan kana dura galmooftanii ulagaan hanga dhufuuf eeggachaa jiratan hundi kolleejjiin keenya yeroo kamuu caala ogummaalee saganta DAC /filatamoo / ta'anii beekamtii ittiin argateen yeroo dhiyootti simannaa ni
eegala.wonni adda nu taasisu ogummaaleen nuti leenjisnu kan Industrii garaa garaatiin wolitti hidhatamee leenjifamu waan ta'eef leenjii booda rakkoo hoj-dhabdummaa nun mudatu. koottaa galmaa'aa. Argamni kolleejjichaa magaalaa Nageellee Arsii stadiyeemiin gara kabaatti.

Sirna dawwannaa mooraa kolleejjii keenyaa fi sagantaa eebbaa leenjifamtootaa irraa suuraa fudhatame.
14/08/2022

Sirna dawwannaa mooraa kolleejjii keenyaa fi sagantaa eebbaa leenjifamtootaa irraa suuraa fudhatame.

Nyaata koo qe'ee kootii dhaadhannoo akka biyyatti jiru lafaan gahuuf kolleejjii BLTO Nageellee Arsii qonna magaalaa Mirk...
14/08/2022

Nyaata koo qe'ee kootii dhaadhannoo akka biyyatti jiru lafaan gahuuf kolleejjii BLTO Nageellee Arsii qonna magaalaa Mirkaneessuuf lafa qonnaa qabutti kuduraaleef fuduraalee garaa garaa hawaasa kolleejjichaa hirmaachisuun misoomsaa jira. yoo woliin hojjanne misoona ni mirkaneessina tokkummaan humna.Galatoomaa

Address

Arsi Negelle
Arsi Negele
0

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Negelle Arsi TVET College posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Negelle Arsi TVET College:

Share