Mana Barumsaa Bakkalchaa Sad.1ffaa

Mana Barumsaa Bakkalchaa Sad.1ffaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mana Barumsaa Bakkalchaa Sad.1ffaa, College & University, Asebe Teferi.

Godina H/ lixaa Aanaa Doobbaa mana barnoota Mana Barumsa Bakkalchatti xumura qormaata g/galeessatti barattoota waliin qa...
20/05/2022

Godina H/ lixaa Aanaa Doobbaa mana barnoota Mana Barumsa Bakkalchatti xumura qormaata g/galeessatti barattoota waliin qabxiilee armaan gadii irratti marii taasisee jira.
1.Sirna badhaasan barattoota jajjabeessu
2.Mirgaa fi Dirqama barataa hubachisuu
3.Hojiirra oolmaa gumiilee
4.Akkaata barachuu barattootaaf deegarsi godhamuu qabu
5.Akkaata qabiyyeen barnoota kutaa 8ffaa itti xumuramuu qabu fi
6.Duub deebii qormaata g/galeessaa sem 2ffaa fikkf

Godina Hararge Lixaa Aanaa Doobbaa Mana Barnoota Bakkalcha biiftuu qormaata gidduu galeessaa(miidii) guyyaa 9/9/2014 haa...
17/05/2022

Godina Hararge Lixaa Aanaa Doobbaa Mana Barnoota Bakkalcha biiftuu qormaata gidduu galeessaa(miidii) guyyaa 9/9/2014 haala armaan gadiin kennaa oolera.

Manni Barnoota Bakkalcha Biiftu sad.1ffaa√Sagantaa fooyya'insa mana barumsaa Milkeessuuf Hirmaannaa Barattootaa Gidduu G...
29/03/2022

Manni Barnoota Bakkalcha Biiftu sad.1ffaa
√Sagantaa fooyya'insa mana barumsaa Milkeessuuf Hirmaannaa Barattootaa Gidduu Galeeffatee Haala Armaan Gadiin Hojii Isaa Hojjechaa Jira.
√√Kunis galmi isaa inni guddaan qabxii barataa fooyyessuudha.

Address

Asebe Teferi

Telephone

+251906768654

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Barumsaa Bakkalchaa Sad.1ffaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share