Sulxan Shani

Sulxan Shani Allahmdulila

Permanently closed.
Weellisaa Caalaa Bultumee galgala kana qaama hin beekkamneen Magaalaa Finfinnee keessatti rukutamuun isaa dhuguma. Caala...
09/08/2025

Weellisaa Caalaa Bultumee galgala kana qaama hin beekkamneen Magaalaa Finfinnee keessatti rukutamuun isaa dhuguma. Caalaa Bultumee arra waan fedhellee osoo ta'ee miseensa paartii kamiyyuu deeggaree kaleessa Oromoof aarsaa kaffalee jira. Inumaa sirboota warraaqsaa "Master Pilaanii jedhanii sanyii nu duguug*uuf malaanii" kan jedhe sirbe akka banziilaa nuuf tahee xiiqiin daandii gubbatti baanee akka falmannu nu taasise. Welluun isaa sun ammallee osoo dhaggeeffatamee hin quufamu ol nama kaasa. miira falmachuu takka nama keeysatti uuma. namallee hin dadhabsiisu jechuun kiyya namni kun nama galatallee qabuudha. Shorrii inni qabsoo Qeeyroo ilmaan Oromoo taasisan keeysatti waan dagatamu. Qaamni gocha kana irratti raawwate qoratamee seeraaf akka dhihaatu ni gaaffanna.😪🙏
Baga waaqni si oolche dhiira tiyya!

06/06/2025
06/06/2025

Biyyaa Hajii Abbaaduulaa ‘hin dubbatin eega jettee’’ Amaanaakee Bakkaan Siiga’eera. Rabbi sirraa Haqeebalu. Amiin
Rayya Abba manca

Liiverpuul waancaa Piriimer Liigii dirree isaa irratti fudhate.Mohaammad Saalaa galchii 29’n badhaasa kophee warqii mo’a...
25/05/2025

Liiverpuul waancaa Piriimer Liigii dirree isaa irratti fudhate.
Mohaammad Saalaa galchii 29’n badhaasa kophee warqii mo’ate.
Maanchister Siitii, Arsenal, Cheelsii fi Niwkaaastil hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii bara dhufuu argatan.
Maanchister Yuunaayitid qabxii 42’n sadarkaa 15ffaan xumure.
Piriimer Liigiin akkasiin xumurame.
Jaallattoonni Kubba miilaa waan waggaa guutuu nu waliin turtaniif galatoomaa.
Yaada keessan nuuf barreessaa.

Getty

25/05/2025

Waa'e ilma nama barresu yo barbaade miskina fuula nama dhaabate kadhatu gaafadhu kitaaba jireenya nama jijiru irraa katabda✍️🙂

25/05/2025

Yaa Nama Namummaan Sibiratti Amanamuuyeeee,,,, Gatiin kee jabeenyaa jabeeffadhu!!! ﷺ

Address

Asebe Teferi

Telephone

+251938289165

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sulxan Shani posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share