25/08/2024
Oduu Gaddaa
Barattuun Liidiyaa Yohaannis Yuunivarsitii Jinkaatti barattuu waggaa 3ffaa yoo taatu maatii ishee waliin yeroo boqonnaa Gannaa Kaambaa turte.
Jaalalleen ishee Fiilmoon Ceefiqqee barataa Yuunivarsitii Arbaaminciiti. Sanbata Guddaa dhufu eebbi sababa jiruuf barattuu Liidiyaan maatii isheetiin akka mana barumsaatii barbaadan itti himuun jaalallee ishee waliin mana inni kireeffatee jiru keessatti sagantaa eebbaa qopheessaa turte.
Haa ta’uyyuu malee Kamisa Hagayya 16/2016 sababa walitti bu’iinsa hin beekamneen eebbifamaa kan ture jaalallee isheetiin ajjeemfamte.
Jaalalleen ishees gara jabeenyaan Mana kireeffate keessatti , qaaruu ishee waraanee, hamma albeen harka isaa keessaa cabutti morOduu Gaddaa
Barattuun Liidiyaa Yohaannis Yuunivarsitii Jinkaatti barattuu waggaa 3ffaa yoo taatu maatii ishee waliin yeroo boqonnaa Gannaa Kaambaa turte.
Jaalalleen ishee Fiilmoon Ceefiqqee barataa Yuunivarsitii Arbaaminciiti. Sanbata Guddaa dhufu eebbi sababa jiruuf barattuu Liidiyaan maatii isheetiin akka mana barumsaatii barbaadan itti himuun jaalallee ishee waliin mana inni kireeffatee jiru keessatti sagantaa eebbaa qopheessaa turte.
Haa ta’uyyuu malee Kamisa Hagayya 16/2016 sababa walitti bu’iinsa hin beekamneen eebbifamaa kan ture jaalallee isheetiin ajjeemfamte.
Jaalalleen ishees gara jabeenyaan Mana kireeffate keessatti , qaaruu ishee waraanee, hamma albeen harka isaa keessaa cabutti morma ishee qale.
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭