FOCUS Bahir Dar University

FOCUS Bahir Dar University WE ARE FOCUSED, WE LIVE FOR GOD, WE REACH THE NATION!

13/03/2025

Eebbifamtoota bara 2016 bakka jirtanitti ayyaanni waaqayyoo siniif ha baayyatu🙏

03/03/2025

UNFORGETTABLE DAY🔥

03/03/2025

Faarsaa kanaan eebbifamaa.

28/01/2025
05/01/2025

“Isin sanyii baduttii utuu hin ta'in, sanyii hin badnettii sagalee Waaqayyoo isa jiraataa fi isa akka jirutti hafuun, haaraa taatanii dhalattaniittu.”
— 1Phe. 1:23

04/12/2024

“Warri nagaa buusan haa gammadan, isaan ijoollee Waaqayyoo in jedhamu. "
— Mat. 5:9

Far. 9¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¹ Garaa koo guutuudhaan sin galateeffadha yaa Waaqayyo! Gocha dinqisiisaa ati goote hundumaas nan hima.²...
25/11/2024

Far. 9
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Garaa koo guutuudhaan sin galateeffadha yaa Waaqayyo! Gocha dinqisiisaa ati goote hundumaas nan hima.
² Ani sitti nan gammada, nan burraaqas; maqaa kees faarfannaadhaan nan jajadha, yaa aabba!
Yeroo ajaa'ibaa ture
🎤🎤🎤🎤🎤🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎸🎺🎺🎸🥁🥁🥁🎼🎼🎼🎹🎬🎹🎬🎼

26/10/2024

FOCUS Bahir Dar University

"Nu waaʼee isaa waan jennu baayʼee qabna." Ibro 5:11Baga bara haaraa 2017 A.L.A tti nagaan geessan! Bara itti aara galfa...
10/09/2024

"Nu waaʼee isaa waan jennu baayʼee qabna." Ibro 5:11

Baga bara haaraa 2017 A.L.A tti nagaan geessan! Bara itti aara galfattan siniif haa ta'u.

Congratulations🙏
02/08/2024

Congratulations🙏

ባሕር ዳር ዩኒቨርሲቲ 8,524 ተማሪዎችን ነገ ያስመርቃል

(ባሕር ዳር ዩኒቨርሲቲ፤ሐምሌ 26 /2016 ዓ/ም) ባሕር ዳር ዩኒቨርሲቲ በነገው እለት ሐምሌ 27 /2016 ዓ/ም ተማሪዎችን ያስመርቃል፡፡ ከሚመረቁት 8524 ተማሪዎች ውስጥ 3034 ሴቶች ናቸው፡፡ ዩኒቨርሲቲው በመደበኛው፣ በክረምት፣ በተከታታይና በርቀት መርሃ ግብር ትምህርታቸውን ሲከታተሉ የነበሩ ተማሪዎችን በሰርትፍኬት፣ በመጀመሪያ እና በማስተርስ እንዲሁም በዶክተራል ደረጃ ያስመርቃል፡፡ ዩኒቨርሲቲው በህክምናና ጤና ሳይንስ ኮሌጅ 58 ስፔሻሊቲ እና 4 ሳብ ስፔሻሊቲ ሃኪሞችን እንዲሁም በህክምና አመራርነትም 6 ምሩቃንን በሰርትፍኬት ያስመርቃል፡፡

ተመራቂዎቻችን እንኳን ደስ አላችሁ!

22/07/2024

Barattoonni boqonnaaf gara maatii keessanii deemaa jirtan, waaqayyoo dura keessan ha darbu🙏 imala gaarii.

Address

Bahir Dar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when FOCUS Bahir Dar University posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share