10/11/2025
Iccita kana isin dhoksee ofiis du'uu; isinis akka duutan hinfedhu. Utuu lubbuu, hafuurriifi foon keessan wal keessa jiruu gooftaa keenyaaf fayyisaa keenya YESUUS KIRISTOOSIIN amantanii himala keessan isa faana hintaasifattan taanaan dhugaan isiniin jedha; Lubbuun keessan abidda barabaraan gubachuuf teessi. Carraan qalbii jijjiirrannaa lammaffaan isinii kennamu hinjiru. Kana yoon sobe Waaqayyo natti haafaradu. Waanan dhagaheef argen isinitti himaa jira. Waaqayyo sin haagargaaru!
Warra Hinamanneef!!
Bekan irrana