11/08/2026
Maallaqni arra jiraatus boru dhabamuu dandaha. Garuu lubbuun mucaa kanaa takka dabarraan deebitee hin dhuftu. Jireenya mucaa kanaatiif abdii haa taanuu. Waan qabnurraa waa xiqqo kannachuun keenya waan qabnurraa humaan irrisu. Garuu isaaf lubbuu fi abdii deebisa. Arra carraan tokkichi nuti qabnu isa gargaaruudha. Tarii maaltu beeka, boru carraa kana dhabuu dandeenya. Mee lubbuu mucaa kanaatiif haa dirmannuu!
ja'ama. -Hararitti osoo eebba ispoortii irra jiruu kufee, lafeen morma isaa cabuudhaan hidda narvii dirte. Qaamni isaa guutuun sababa hiddi narvii dirameef hojjatuu dhiise. Yeroo ammaa kana Finfinnee Hospitaala Abeetitti wal'aansaaf dabarfamee jira. Haati isaa mucaa kiyya lubbuu akkaan oolfadhuuf waan dandeeysaniin na bira dhaabbadhaa isiniin jatti. Mucaan kun wal'aansaaf Kuma 500 ol gaafatame. Gargaarsi kee xiqqaa tahus, garuu isaaf lubbuu deebisuudha!
CBE: 10000787943897
Madi and Abdulamir and Seyfudin
Bilbila Haadhaa: 0952413783
✍️ Nuredin Beyan
Sufian Abdulhamid
Kominikeeshinii Aanaa Cawwaaqaa
Bulchiinsa Magaalaa Iluu-Harar
Firomsa Abdela
Lakime Oro Boos