Inawu Tesfa Art

Inawu Tesfa Art Ani Oromoo Oromummaa isaatiin boonuudha! Boontuu Oromoo

Baga Ayyaana Cuuphaa Nagaan Geessan!Happy Baptism day!Oromia Photographƴ
19/01/2026

Baga Ayyaana Cuuphaa Nagaan Geessan!
Happy Baptism day!

Oromia Photographƴ

25/11/2024

Sirra hin ilaalamu Aayyoo ciniinsuu ilmoo tokkootu sagal sitti deddeebi’e!

Obsi daangaa qaba, ibiddi tuqaa jibba!

Uummanni obsee dadhabe murtii mataa isaa fudhachuun hin oolu!
Eenyutu gaafataaf malee Kan ofii fixes kan alagaan galaafates dhumaatii uummata kanaaf roorroo karaa kamiinuu uummata keenyarra gahuuf kan itti gaafatamu mootummaa qofa.
Sababni isaa nagaa fi daangaa eegsisuun dirqama mootummaati.
Mootummaan nagaa fi daangaa uummata isaa hin eegsisne diina uummataati!

Isuma dur yeroo waa uumame qaama ta’eef bahanii maqaa kennan sana illee osoo uummanni iyyuu callisuun Tuffii uummata Salaaleef qaban qofa osoo hin taane tuffii Uummata Oromoo maraaf qaban mul’isa!

19/02/2024

Album 📀 Hordoftoonni page koo hundi yoo fedha keessan ta'e duula kana ana wajjin hirmaadhaa!
✍️
Waaqayyo na gargaaree album ko xumuraan jira guutummaatti YouTube channel ko irraa waan argattaniif ammuma seenuun akka gootani jaalalaan isin gaafadha!

Dhugaa dubbachuuf gatii guddaa na baasise😥
Tumsi keessan immoo humna kooti kanaafuu akka salphaatti irra hin darbiinaa!

Barreeffama kanas share gochuun waliin ga'aa!
Akkas hin ta'u yoo ta'e hammi inni gurra uummataa bira ga'u********waan ta'eef akkan dafee gadhiisu gochuuf na gargaaraa
Guddaa galatoomaa🙏
https://youtu.be/KGEMf9AWl5A?si=e33PsVllBbb6xgdN

16/02/2024
09/10/2022

Waaqayyo gaariidha!

Faarfataa baay'ee jaallannu Adisu Wayima!😍
08/10/2022

Faarfataa baay'ee jaallannu Adisu Wayima!😍

Address

Dembi Dolo

Telephone

+251917582649

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Inawu Tesfa Art posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share