Moora Fugug

Moora Fugug Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Moora Fugug, College & University, Dire Dawa.

Page Moora Fugug fellow godhuun hordofaa karaa pege tiinis Waa hedduu isin biraan geenya nuti dhihaadha nu hordofaa waa hedduu baratanii kaaraa kananiis Nu hordofaa

Namni kun Chaala Abraahim jedhama H/baha Maaya City kutaa magaala Aweday Garuu Yeroo Ammaa Oduun Soshal miidiyaa irra de...
12/07/2025

Namni kun Chaala Abraahim jedhama H/baha
Maaya City kutaa magaala Aweday
Garuu Yeroo Ammaa Oduun Soshal miidiyaa irra deema jiru kuni
dha Oduun mucaa kana Milishaatu Tumee Ajeese Rasaasan rukutanii jettanii yeroo ammaa wari post godhaa jirtan
Hin dogongorinaa kuni maqa balleeysiidha mucaan kun kan du'e mana yaalati Sababa Marrimaan ykn tirfaan jeti kan jedhamuun qabamee garaa baqeeyfame Sana booda Lubbuun isaa Oolu hin dandeenye waan taheef gara fuula rabbii galee jira
Fuulli Rabbii iti Haa tolu Aalifi firootan isaatii fiis sabrii haa kenu

07/02/2025

Biyyattii Ethiopia 🇪🇹
Jedhaniin tana keecha teese
Siyaasa xin xaluun
Lubbuu Ofii dhabamsisanii
Maatii Ofii hiyyuumsudha jedhe
Gaashen keenya

Baga baatan Akkastu fala ! 🙏
05/09/2024

Baga baatan Akkastu fala ! 🙏

Dhiira gaafa xiiqiiUummataaf dubbattuQallayyoo HundeessaaGaanfuree Guddattuu…Har’as akkuma barreHidhii xuuxna teenyeeGum...
29/06/2024

Dhiira gaafa xiiqii
Uummataaf dubbattu
Qallayyoo Hundeessaa
Gaanfuree Guddattuu…
Har’as akkuma barre
Hidhii xuuxna teenyee
Gumaafi dhugaa nyaachaa
Waggaa afur geenye!

Harargee keessatti wanti akkaan salphaa Nama hidhuudha. Nama Hidhuun ammoo isaan biratti akka Ulaagaa Hojii keessaa  han...
27/05/2024

Harargee keessatti wanti akkaan salphaa Nama hidhuudha. Nama Hidhuun ammoo isaan biratti akka Ulaagaa Hojii keessaa hanga ta’etti lakkaa’u!

Martuu si malee jechuun Manguddoo Gameessa Ogeessa, Hayyuu biyyaa. Nama Seenaati Abbaan kadir martuu! Kabajaa waa hundaa oliitu malaaf!
Baroota dheeraaf mootummoota dabare keessatti hidhamaa ture! har’as akkuma dur Harargee bahaa magaalaa Kaarra milleetti yeroo hidhamee dhageenyu salphina guddaadha! Tarii Isa hidhuu sababa godhattanii magaalaa san promote godhuuf moo maal Nama guddaa Umrii isaa guutuu Waa’ee Oromoo irratti fixe kana hidhanii argatu?
Maqaa keessaniifillee gochi kun waan hin tolle!
Hiikaa kabaja isaaf malu kennaaf! Yeroon itti akka barbaaddan Aangoo teessaniin nama hiitan tun ni dabra. Seenaatu jiraata!

Silas seenaa hin beeytani!

10/04/2024

Ajjeechaan Jaal Battee Urgeessaa qaama walabaan akka qoratamu paartiin ABO gaafate.

Address

Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Moora Fugug posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share