Ayuusha

Ayuusha You Tube

18/12/2021
18/12/2021
05/11/2021

........ !!!!🤭🙉

dhugaan dubbadha osoo jettuu
🤮Kan sobaan Lafa faaltuu
Osoodhuma eebbistuu
👽Kan nama abaartuu
Kotorobaandiin eega jechaa
👮🏻Kan ofii keeti hattuu
Alaan nama jaallachaa
🧟‍♂️Kan keessaan nama jibbituu
Waliin osoo fiignuu
🕴Kan nama biraa dhaabbattu
Fulduraan osoo hin taane
🧜🏻Kan boodaan nama waraantuu
Immiyyee kiyya summii
🇪🇹Kan biyyee arraabdee kaatuu
Osoodhuma duutee jirtuu
💀Kan jiraa fakkaatuu


Atimoo !!!!👉😜

kan boolla sagal seentee
🐗baatu yaa yuusaakoo
Kan ormaaf gachanaa
🦂Atimoo yaa pp koo
Bara dhufaa darbaan
🙈Yaa fakkeessituu
Sirratti barreerra
🏹baranama hin baatu

💝

Address

Dire Dawa
Dire Dawa
SABIYANDIREDAWA

Telephone

+251942010544

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ayuusha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Ayuusha:

Share