Fami Abdalla

Fami Abdalla Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fami Abdalla, College & University, Dire Dawa.

06/10/2021

Mi'aa jireenya horattee, Gammachuun jiraachu yoo barbaadde wantoota sadeen (3) kanatti fayyadami.😁😁

Jireenyi Mi'aawaan, jireenyi gammachuu addunyaa tana keessatti eessatti argama? akkamitti argama?

1. Salaata keessa, mi'aa jireenya salaata shanan keessatti arganna. RABBIIN nuuf haa laaffisu 🤲😭🤲

2. Zikrii keessa, furtuu gammachuu fi wiirtuun milkaa'inaa RABBIIN yaadachuu keessatti argama. Warra zikrii RABBIITIN mi'aa jireenya dhandhamu nuhaa taasisu.🤲😭🤲

3. Qur'aana qara'uu keessa, Qur'aanni qalbii gogde jiisuun mi'aa jireenya namaaf argamsiisa. Yaa RABBI Qur'aana qara'u nuuf laaffisi.

Warra waa sadeen kanaan mi'aa jireenya dhandhamee gammachuun jiraatu nuhaa taasisu RABBIIN.

Hasan al-Basriitu {Rabbiin rahmata isaa haa godhu} akkana jechuun dubbate

Warra waan dubbisetti fayyadamu nuhaa taasisu.

Waan Dubbistaniif galatooma jazaakumullaahu keeyran.

SHARE godhuun obbaleewwan keessan biraan gahaa?

Barreessaan ✍ Qeerroo Nabi Muhammad sallallaahu aleeyhi wassallam

29/05/2020

Address

Dire Dawa
9473

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fami Abdalla posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share