Caalaa Abraahim

Caalaa Abraahim Wal gargaaruun Aadaa keenyaa waan taheef Oromoo Koo wal gargaaraa hadaraa Ummata Koo

🚨 Arne Slot 🎙️🗣️;-" Taphataa akka Mohamed Salah bakka buusuuf taphataan tokko qofti gahaa miti, gahee isaa taphattoota h...
02/05/2026

🚨 Arne Slot 🎙️

🗣️;-" Taphataa akka Mohamed Salah bakka buusuuf taphataan tokko qofti gahaa miti, gahee isaa taphattoota hedduu irra raabsuu qabna.
Itti Yaadi yaa kiyya

02/05/2026

Sababa Qala'iinsa Jireenyaatiif Teenya Galgala galgala waan badduuf post kun kan dhumaa tahuu dandaha saniifu boru walitti dachaana.
Waan nu gootemo

Rabbiin Niyyaa Teessan hunda isiniif haa guutu mee Afaan Khayyadha   keessan   go'uu hin dagatina
02/05/2026

Rabbiin Niyyaa Teessan hunda isiniif haa guutu
mee Afaan Khayyadha
keessan go'uu hin dagatina

Jummaa fi   Teessan   Follow go'a
01/05/2026

Jummaa fi Teessan
Follow go'a

Wanta hunda keessatti Abdii kutta yoo taateeAkkamiin galma geessa Deemuuf gaafa olkaate?Adeemsaas gufataniiObsanii suuta...
30/04/2026

Wanta hunda keessatti
Abdii kutta yoo taatee
Akkamiin galma geessa
Deemuuf gaafa olkaate?
Adeemsaas gufatanii
Obsanii suuta ka'uu
Rakkina obsaan malee
Akkamiin galma ga'uu
Biyya ormaas haa ta'uu
Jiraattus biyya keessaa
Obsa qabaannaan garuu
Bakka yaadde ni geessaa
go'a

keenya kanaaf hoo ree maal gootaniif
30/04/2026

keenya kanaaf hoo ree maal gootaniif

Lakkii nagaa humaa hin jiranii si biraanis nagaami😁
30/04/2026

Lakkii nagaa humaa hin jiranii si biraanis nagaami😁

Ija banaa fi Olmaan suma biratti hafe Bikila Thb Ynwa Afaan khayyadhu gaa   kiyya
30/04/2026

Ija banaa fi Olmaan suma biratti hafe
Bikila Thb Ynwa
Afaan khayyadhu gaa kiyya

29/04/2026

Dhuguma Arrabsoo namootaatii jecha of ajjeesteehiin gaafii kiyya
maaliif jennaan osoo arrabsoo namoota taatee hanga arraa hin egdu. dhugaa ishee rabbiin haa baasu😭

29/04/2026

Namni haa numa qaamu

29/04/2026

An kan na ajaaibu University Harargee bahatti kalee eebbisaa oolte sun isuma qofa eebbbisaa olteehiin gaafii tiyya.
Video isaani hanga dhumaa yeroon laalu kan eebbifame isa qofa moo kaan ganaadha.
Caammaanuur Warra Fugug

Yaa   maaluma jettan sah
28/04/2026

Yaa maaluma jettan sah

Address

Dire-Dawa
Dire Dawa

Telephone

+251942989148

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Caalaa Abraahim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Caalaa Abraahim:

Share