Abjuu Dhugoome

Abjuu Dhugoome If you have a dream, you can achieve your goals.

 !Ilaalchi nuti jireenyaaf qabnu, ilaalcha jireenyi nuuf qabu murteessa.Yoo karoorri hin hojjanne karoora jijjiiri malee...
23/04/2023

!
Ilaalchi nuti jireenyaaf qabnu, ilaalcha jireenyi nuuf qabu murteessa.
Yoo karoorri hin hojjanne karoora jijjiiri malee gonkumaa galma hin jijjiirin.
Moo'achuuf osoo namni biraa sitti hin amanne ofitti amanuu qabda!
Hanga namoonni si hubatan eeguun hin barbaachisu.
Hamma karoorri keenya galma ga'utti, hamma galmi abjuu keenyaa dhugoomutti namoonni nu hubatan muraasa waan ta'eef!
Saahiba kiyya Gold man (Ilma keeysan) akka carraatti bakka wahiitti walagarre sa'aalleen xiqqoo taatu suuraa takka waliin qac goone yaadannumaaf, bro jabaadhuu deemsa kee itti fufi nama koo gara fuulduraattiin siin ja'a ani hiriyaan kee!
Bakka abjuu keenyaa shakkii malee ni geenya insha Allah!💪
🖤🖤🖤🖤
💕❤❤❤💕
🤍🤍🤍🤍

20/11/2019

Siyaasni Itiyoophiyaatii fi Dubbiin ooftu kanaan gonkuma adda addummaa tokkallee hin qabdu...

01/06/2019
01/06/2019

Jirra jirtuu ijoolleen biyya kootii hundi keessan ja'u kun kan keenyaa waan ta'eef wantoota bashannansiisoofi ergaa guddaa dabarsan waliif qooduun akka walbarsiifnuuf, namuu waan dandeessu gumaachuun ga'ee kee bahi....

22/09/2018

Tokkummaa ijoollee Fugug

20/09/2018

Yaada moo'ataa burqisiisuun barbaachisaadha, injifannoo caalmaaf yoo kan barbaaddu ta'e.

20/09/2018

A positive thinkers have a solution for every problem, but a negative thinkers have a problem for every solutions.
be positive...

Address

Dire Dawa

Telephone

+251938321887

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abjuu Dhugoome posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Abjuu Dhugoome:

Share