Jeettin ka baalee

Jeettin ka baalee Dhaloota ida, amuu

21/01/2026

Callaa Caayaan Hooganamu

 : Ajajaa Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa keessatti ajajaa kutaa 20ffaa fi 21ffaa kan turee fi dogoggoraan garee Fannoo fin...
12/01/2026

: Ajajaa Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa keessatti ajajaa kutaa 20ffaa fi 21ffaa kan turee fi dogoggoraan garee Fannoo finxaaleyyii ta’etti makamee hojii shororkeessummaa raawwachuun garee geerillaa Fannoo waggootaaf leenjisaa kan ture Koloneel Fantahun Muhaba, meeshaa waraanaa isaa guutuu, waardiyoota isaa, fi miseensota tsinfachaa lakkoofsi isaa hin beekamneen waliin Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaaf harka kennatee jira.
Koloneel Fantaahuun yeroo ammaa helikooptaraan gara Addis Ababa deemaa jira.
Nageenyi Itoophiyaaf, nageenyi naannoo Amaaraa fi ummata isheef haa ta'u

12/01/2026
25/12/2025

I'm on the weekly engagement list for Jaarran Ka Bariisoo.

Eebba itti roobsaa mee nama dhugaan of kennee ummata isaa tajaajilu! Namni akkanaa kuma keessaa tokkoo💦💦💦💦
24/12/2025

Eebba itti roobsaa mee nama dhugaan of kennee ummata isaa tajaajilu! Namni akkanaa kuma keessaa tokkoo💦💦💦💦

Qaamoleen nageenyaa keenya nagaa ummatasaanii amanamummaafi gootummaa olaanaadhaan tiksuutu irra jiraata.jedhanI/G Waajj...
23/12/2025

Qaamoleen nageenyaa keenya nagaa ummatasaanii amanamummaafi gootummaa olaanaadhaan tiksuutu irra jiraata.jedhan
I/G Waajjira Nagayaafi Miliishaa Aanaa Raayituu Obboo

l/G Ijaarsa Paartii Badhaadhiinaa Godina Baalee Baahaa Aaddee   Sulxan
22/12/2025

l/G Ijaarsa Paartii Badhaadhiinaa Godina Baalee Baahaa
Aaddee Sulxan

Bulcha Booranaa   Irraatii Dullii Gaggeeffama Jiru Soba Duranuu Nama Dhugaan Biyyaa Bulchuu Hin Jalatanii👉 Dangaan Oromi...
22/12/2025

Bulcha Booranaa Irraatii Dullii Gaggeeffama Jiru Soba Duranuu Nama Dhugaan Biyyaa Bulchuu Hin Jalatanii

👉 Dangaan Oromiyaa Essaatu Bekamadha Ammaa Miti Duraniiyuu Ilmaan Qaqaallii Isiitin Kabajamoo As Gahe Kana Booda Ennuuyu Lafa Oromoo Samuu Fi Gurguruu Hin Dandahuu 🤣 Namoonii Akkaa Wan Lafti Oromoo Sumaaleeti Gurguramtee As Batanii Ajandaa Gochuun Ummaata Burjajjeessitan Pls Dhabaadha Of Ilaala Wan Argitaan Waliti Hin Laqiina .
🙏 Marafuu Baliilaan Waa'ee Boorana Bahaa Qabadhe Dhufa Na Egaa Post Kanas Like Share Gochuun Ummaata Ethiopia Guutuu Biraan Na Gaha

Maaliif ilmi Baalee Biyyaa Bulcha Jechuu Fakkatii Dubiin

Marafuu Paartiin Kenya Paartiin Badhaadhinaa Hogansa Cicimmoo Akkaa Isaa Kana Heduu Horatee Jira Ammas Horacha Jira Waarooni Holloolaa Irraatii Oftan Seeraan Ittii Gafatamtu Marafu Nama Biyyaaf Hojatu Jabeesaa Maalee Hin Nyaatina Wal Hin Qodina
Jaarran Ka Bariisoo karaa kanaan hordofuu ni dandeessan

Nageenyi Hundaaf Hundi Nageenyaaf

Address

Dodola
WWW

Telephone

+251993972623

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jeettin ka baalee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Jeettin ka baalee:

Share