20/03/2022
๐Gorsa Abbaa manaaf
๐ wayita ulfaa fi da'umsa booda kanneen armaan gadii argaman kana hojii irra oolchuu qabda.
1. Haati manaa kee hordooffii wayita ulfaa fi da'umsa booda akka fudhattu jajjabeessuu qabda.
2.wayita ulfaa fi da'umsa booda amalli haadhoolii jijjiramuu waan danda'uuf obsuu qabda.
3. Jaalala isheef qabdu yeroo hunda ibsuuf qabda.
4. Wayita ulfaa wal qunnamtii saalaa kan fedhii keessan lameen irratti hundaa'e ta'uu qaba.
5. Wayita ciniinsuu fi da'umsaa ishee waliin turte jajjabeessuu yoomuu hin dagatiin.
6. Da'umsaa booda fedhii isheen wal quunnamtii saalaaf qabdu waan hir'atuuf obsiif.
Hub : yeroo hunda akka ishee jaallattu itti himu hin dagatiin!
Galatoomaa ! Yoo isinitti tolee walif share godha.
By :Dr lammi
FolloDr Mohammed Ibrahimim
https://t.me/DrmohammedIbrahim tuqaati ilaalaa!