03/01/2025
Milkaa'inaa keef abdii waaqayyoodhaa
-Addunyaan Kun buburreedhaa akka uffataati
-Namoonni ati abdatuu yeroo isaan Sirraa fagaatan argitaa
-Sirra fagachuu qofa Osoo hin taane jechoota mogolee si buusani fi haadha'aa sitti darbatuu
-Gammachuu ati eegduuf yeroo isaan abdii kee dukkanneessuuf fiigan argitaa
Yaadni isaan sif qoodan abdii kee burkutteesaa malee abdii kee haarreessa miti
-Abdachuun kan ta'uu isaa haala hundumaa keessatti gaggeessa sirri ta'ee yeroo Kam kan sif dhabatuu kan sif dubbatuu waaqayyoon amanachuudha.
Jireenyi isaan