Karaa Jireenya Post

Karaa Jireenya Post Jesus Saves

Welcome
12/09/2024

Welcome

==ODUU GAMMACHIISA👏‼️===Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara kana irratti akka biyyaatti qabxii olaanaa kan galmeessi...
12/09/2024

==ODUU GAMMACHIISA👏‼️===

Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara kana irratti akka biyyaatti qabxii olaanaa kan galmeessiste ( 575/600) miseensa waldaa Biiftu Boolee kan taate obboleetti keenya dha. Isheen Ijoollee Kaayyoo keessatti kan barachaa jirtu, hiriyoota ishee waliin Yesusin fakkaachutti mucaa guddacha jirtu dha. Nuti waldaan Biiftu Boolee waa'ee kanaatiif gammachu nutti dhaga'ame ibsachuu barbaanna. Baga Waaqayyo si gargaare, dhamaatii keetti firii godhe, maatii kees akkasumas hiriyoota kee ijoollee kaayyoo, barsiisoota kee, amantoota waldaa keenya hunduma baga nu gammachiise jenna. Waa'ee keetiif guddisne maqaa Waaqayyo ol ol qabna. Waaqayyo inni hojii gaarii si keessatti jalqabe hamma dhumaatti akka si wajjin tahuuf, mana isaa keessatti akka si guddisuuf in kadhanna.
Waaqayyo ammayyuu waan caalutti si baasee maqaan isaa kana caalaa sirratti haa kabajamu jenna👏
World Christian Media
Biftu Bole Mekana Yesus Congregation

🙏
20/09/2023

🙏

20/09/2023
28/01/2023

✍ Waanti hunduu yeroo Waaqayyoo tti in ta'aa obsaafi abdiin egaa.

✍ ሁሉም ነገር በእግዚአብሔር ጊዜ ይሆናል በትዕግስት እና በተስፋ ይጠብቁ።

Jesus_Saves
28/09/2022

Jesus_Saves

26/09/2022

➥ Nuti gɑɑfɑ dɑɑ'imɑ turre fɑyyɑdɑmnɑ...✍
➥ Ammɑ gɑruu yookiin fɑyyɑdɑmnɑ.

Sɑbɑbɑ Isɑɑ Beektɑɑ?
➦ Dogoggorri gɑɑfɑ ijoollummɑɑ ni hɑqɑmɑ.
➦ Kɑn ɑmmɑɑ (ergɑ guddɑttee) ɑkkɑ sɑlphɑɑtti hin hɑqɑmu.

❏ Wɑntɑ hojjennu hundumɑɑ itti gɑɑfɑtɑmummɑɑ fudhɑchuun rɑɑwwɑchuuf ofeeggɑnnoo cimɑɑ bɑrbɑɑchisɑ.

✝1Yoh. 3¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯✝¹⁶ Kristos lubbuu isaa nuuf kennuu isaatiin jaalalli maal akka ta'e hubanneerra; egaa nus immoo lubbu...
23/04/2022

✝1Yoh. 3
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
✝¹⁶ Kristos lubbuu isaa nuuf kennuu isaatiin jaalalli maal akka ta'e hubanneerra; egaa nus immoo lubbuu keenya obbolootaaf kennuun nuuf ta'a.
✝¹⁷ Namni biyya lafaa kana irratti waan ittin jiraatu qabu, dhaba obboleessa isaatii argee yoo garaa itti jabaate, jaalalli Waaqayyoo attamitti isa keessa jiraata ree?
✝¹⁸ Yaa ijoollee ko! Kottaa dubbiidhaa fi afaaniin utuu hin ta'in hojiidhaa fi garaa dhugaadhaan in jaallannaa!

Address

Woliso
Ghion

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Karaa Jireenya Post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share