Neva

Neva Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Neva, College & University, Qe'ee warra ko, Gimbi.

20/12/2025

Walaloo kana xumuri me.
Godoo gimbii jootee kan sudanni ijaare.....

22/11/2025

Coco sa*ii dhoksee taane.
In dhokanne.👁️👁️

21/11/2025

Bilchaatee nurra darbeera.
Akka hin tortorreef kadhanna malee 🙏.

Uuuff utuu arraboon waanta akkasi argatee Yaqe M Gemechu Yado Man
21/11/2025

Uuuff utuu arraboon waanta akkasi argatee Yaqe M Gemechu Yado Man

18/11/2025

Isheen durii mana haarsiti.
Isheen amma nama aarsiti.
Kana🖕nyaatta egaa.

𝐏𝐔𝐑𝐄 𝐂𝐈𝐍𝐄𝐌𝐀! 🎬🤩
12/11/2025

𝐏𝐔𝐑𝐄 𝐂𝐈𝐍𝐄𝐌𝐀! 🎬🤩

Aja'ee jedhanii quba ofii hin kutan jedha oromoon.Baga irraa hafte Leenca ko.
09/08/2025

Aja'ee jedhanii quba ofii hin kutan jedha oromoon.
Baga irraa hafte Leenca ko.

Namni kaan, “Nan du’aa laata?” jedhee yaadda’a. Namichi kun garuu, “Hin du’iinan hafaa laata?” jedhee yaadda’a. Ismael A...
09/08/2025

Namni kaan, “Nan du’aa laata?” jedhee yaadda’a. Namichi kun garuu, “Hin du’iinan hafaa laata?” jedhee yaadda’a.

Ismael Azizi jedhama. Nama lammii Tanzaaniyaati.
Si’a jaga (6) du’ee, si’a jahanuu ogeessi fayyaa du’asaa mirkaneessee, si jahanuu du’arraa ka’e.
1ffaa - bakka hojii isaatti balaa tasaan du’e. Ni ka’e.
2ffaa - dhukkuba busaatiin du’e. Ni ka’e.
3ffaa- balaa konkolaataan du’e.
Ni ka’e.
4ffaa - bofaan hiddamee du’e. Guyyaa sadii sanduuqa reeffaa keessa ture. Ni ka’e
5ffaa - mana fincaanii keessatti kufee du’e. Uummanni naannoo kanarra waa’een namicha kanaa nu ga’eera jedhanii reeffa isaa mana isaa waliin guban. Ni ka’e. 6ffaas inuma ka’e.

Amma firriifi namoonni naannoo isaa jiran hundi, ”Kun ekeraa wayii ta’uu hin oolu” jedhanii irraa baqataniiru. Qofummaatti jireenya isaa jibbee jira.

Rakkina kanarraa du’ee obbaafachuu barbaada. Garuu ammas deebi’een ka’aa laata jedhee yaadda’a.

Kun hooda!

Congra my brother
01/08/2025

Congra my brother

Address

Qe'ee Warra Ko
Gimbi

Telephone

+251935895709

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Neva posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share