Ginchi Poly Technic College

Ginchi Poly Technic College Our future is bright

10/03/2026
28/02/2026

Kalaqa kan qabdan dhuftanii Kolleejjii Pooliiteeknikaa Giinciitti akka galmooftan

28/10/2025

Galmeen itti fufee jira koottaa galmaa`aa!

15/10/2025

Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Haqi Bor Gala, Lammii Dhaabaa Bayii, Wondu Zenebe

15/10/2025

Galmeen barattootaa guyyaa har'aas itti fufee Jira!

Guyyaa 30/01/2018Seektarootni Magaalaa Aanaa Dandii Kolleejjii Pooliiteeknika Giinciitti argamuun daawwannaa taasisan.Da...
10/10/2025

Guyyaa 30/01/2018
Seektarootni Magaalaa Aanaa Dandii Kolleejjii Pooliiteeknika Giinciitti argamuun daawwannaa taasisan.
Daawwannaa kana irrattis haalli Walii galaa kolleejjii Pooliiteeknika Giincii irra jiruu fi qophi simannaa bara kanaaf taasifamaa jiru daawwataniiru. Daawwannaa kana irrattis namootni argamtan yaada kolleejjii keenyaaf kennaniin Qabeenya guddaa Aanaan keenya qabu kanatti hawaasni fayyadamuu Akka qabu dhaamuun keessumaan barattootni bara kanaaf fi baroota gara garaan kutaa 12ffaa xummuranii jiran carraa guddaa kanatti fayyadamuu galmaa'anii Akka leenji'uu qaban dhaamsa isaanii dabarsaniiru. Itti dabaluumis Maashinoota gurguddoo Kolleejjichi qabutti hawaasni irraa fayyadamoo ta'uu Akka qaban dhaamaniiru.

Address

Ginchi
Ginch'i

Telephone

+251921916975

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ginchi Poly Technic College posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Ginchi Poly Technic College:

Share