Sikkoofi mondoo

Sikkoofi mondoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sikkoofi mondoo, College & University, Finfinnee, Goba.

14/09/2024

Of eeggannoo
Lammilee Itoophiyaa biyya Egypt ykn Masrii jiraataniif.
///////////////////////////////////////////////////////
Biyyaa masrii keessattii Lammii itoophiyaa kan ta’an keessatu nannoo mahaadi jedhamu jiraatan irratti guyyaa kaleessa fi har’a baayinaan ummataa qabani gara mana hidhaa geessa jiru.
Mana lammii Itoophiyaa ta’e seenanii Sababa Waraqaa hin qabdan jedhuun sakkatta’uun,qarshii,jawaala,laaptooppii yoo argataan ni fudhaatu,booda gara hidhaa geessan kanaf, ummannii masrii jirtan of eeggannoo guddaa akka gootan,Namoonni fira ykn nama beeytan achii jiraatee itti hima.

Yoo Kun gamaadee walhamaat yYoo Afaan ofitti waaqa kadhaatu          Warri imiiyee mililk maal boo'ee gajaafa           ...
06/02/2023

Yoo Kun gamaadee walhamaat y

Yoo Afaan ofitti waaqa kadhaatu
Warri imiiyee mililk maal boo'ee gajaafa
Ilaala jedhiin qorisha budaa

06/02/2023
Addee Adaanech dhugummaan intala Ardii tu ishii ta''uu isi ar'aa ibsaate
18/02/2022

Addee Adaanech dhugummaan intala Ardii tu ishii ta''uu isi ar'aa ibsaate

18/02/2022

Nama dhugaa Oromoof Qalii jarra 21ffa oromoo osoo in nyaatamaa beektuu of duraa dhabdee ennuu inni?

18/02/2022

Waan darbeef hin senaa'ii wan dhufuuf hin yaada'iin jireenya ammaa jirtuu boqonnaa of dhorgiita

18/11/2021

Oromiyaan Biyyaa koo oromummaan dhigaa koo Oromoon sabaa kootii

06/11/2021

Oromia biyyaa koo

Address

Finfinnee
Goba

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sikkoofi mondoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share