Wid Real me

Yaa Yaaqoob, yaa Israa'el, "Karaan koo Waaqayyo duraa in dhokate, firdiin koos Waaqayyo koo biratti anaaf hin ilaalamne"...
25/11/2022

Yaa Yaaqoob, yaa Israa'el, "Karaan koo Waaqayyo duraa in dhokate, firdiin koos Waaqayyo koo biratti anaaf hin ilaalamne" jettee maaliif dubbatta? Maaliifis komatta?

28 Ati hin beeknee ree? Hin dhageenyeesii ree? Waaqayyo, gooftaa bara baraan jiraatuu dha, inni isa guutummaa biyya lafaa uumee dha; inni hin mudhuku, hin dadhabu, hubannaa isaas namni qoree bira hin ga'u; 29 inni warra dadhabaniif humna in kenna, warra aangoo hin qabneefis jabina in kenna;

30 ijoollonni in dadhabu, in mudhukus, dargaggoonnis gufatanii in kufu; 31 warri Waaqayyoon abdiidhaan eeggatan garuu humni isaanii in haareffama; akka joobiraas baalleedhaan ol in ka'u; in fiigu, garuu hin dadhaban, in adeemu, garuu hin mudhukan.
Isa 40:27

ALL THINGS POSSIBLE WITH GOD
21/07/2022

ALL THINGS POSSIBLE WITH GOD

21/07/2022

All things possible with God

Address

Bule Hora
Hagere Mariam

Telephone

+251916152608

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wid posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Wid:

Shortcuts

Share