15/09/2026
jireenni hiikka qabu jireenna mataa ofii qofaaf jiraatame adoo hin teene, jireenna
dhalootaafi jiraatameedha.
Mana hojii koopiteraa chaarjii fi meeshalee elektiroonsii...
Taajaajilii nuut kenninuu.
1/ kophii( copy) ni goona.
2/ piriinti ( scans) ni goona.
3/ barreefama adda addaa ni barreessina
4/ beeksisaa gara garaa ni beeksinyaa
5/Baajji keessumeessituu woldaa kiristaanaa loogoo isaan waliin ni hojanna
6/ Worqaa eebba,cidhaa,konforaansii, yaamichaa.ni barreessina
7/Dookimenti, Worqaa ragaa baay'isuu akkasumasa ni golginaa(ishinna)
8/ worqaa lontorii adda adda ani qopheessinaa
9/ unkaa worqaan woliigaltee adda adda nu biraa argattu
10/ worqaa eenyumaa biyyoolessa ni kennina.
11/ Moobalii ni chaarjessinaa.
12/ kaardii moobayil telebirr yoo guutattan keennaa tolaa 15% 25% 35%..isinif kennama.
13/ maashin buna daaku ni jiraa..