Rabi juhar mume

Rabi juhar mume Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Rabi juhar mume, College & University, Harar.

14/04/2025

With Mu'aaz Bushraa – I've just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!

12/04/2025


مركز دارالأرقم لتأهيل الحفاظ والمجازين
Jiddu Gala Hifzii Qur’aanaa Aanaa kombolchaa magaalaa malkaa Raafuu Markaza Daarul-Arqam Litaahiilil-huffaazi Wal-mujaaziin Irraa

Akkuma beekkamu markazani keenya barattoota hifzii Qur'aanaa barachuudhaf fedhi qaban Dhiiraa fi Dubartootas galmeese barsiisun baroota darban kana keessaa barattoota heddu eybisiisuun isaa nii beekama. Bara kanas haluuma kana dura tureen barattoota duraan Barsiisaa/qaraasisaa turee fi haarawaas galmeysee barsiisuuf gaafa Guyyaa Ebla 04/08/2017 hanga Ebla 20/08 /2017 E.C ykn Shawwaal 14-10-1446 hanga Shawwaal 30-10-1446H jiddutti osoo isin jalaa hin guutamne dhuftanii akka galmooytan. Markazni Qophii barbaachisuu hundaahuu guuttate isin qeebaluuf qophayee jira. Kana hubattanii hawaasni Aanaa Kombolchaa fi kan bakka biraa Jiraattan hundi yeroo jedhame kessatti ijoolee teessan akka galmeesitan isin afeera. Keessaafu namni yeroo gabaaba keessatti Qur'aana Rabbii Haffazuu feetan hundi akka dhuftanii Qur’aana Rabbii haffaztanii adduuniyaa fi akhiiratti ittin milkooytan isiniin ja’a.
✍️ Iddoon Galmee Malka Raafuu Magaala Tuulee Biiroo Markaza Daarul-Arqam
✍️Sa’aan Galmee:- sa’aa duraa 3:00-6:00
sa’aa booda 8:00-9:30
➡️Odeefannoo dabalataa argachuuf
✅️ I/G Markaza Daarul-Arqam 0915900839
✅️ Barreessaa Markaza
0949920837/ 0928099874

by Hamza Khadiir

  fayyaa sheeka keenyaf rabbiin deebisee nuu haa gammachisuu.Fayyaa fi umrii dheertuun maati isaa waliin nuu kessaattii ...
01/04/2025

fayyaa sheeka keenyaf rabbiin deebisee nuu haa gammachisuu.Fayyaa fi umrii dheertuun maati isaa waliin nuu kessaattii haa tursiisu

01/04/2025
  hoo'aa 🌙 HHordoftoota Paartii Nabi Mohammad Baga  geeysan   Sooma Hikaan   Jedhame Murtefame Jira! Mani Marii SaudiAra...
28/03/2025

hoo'aa 🌙 HHordoftoota Paartii Nabi Mohammad Baga geeysan
Sooma Hikaan Jedhame Murtefame Jira!

Mani Marii SaudiArabiya🇸🇦 Ramadaana 29/1446 akka A.L.H Guyyaa 29/2025 tti Qorattoonni Hawaa Addunyaa Addeessa Meeshaa Ammayyaatiin dhufanii akka Qoratanitti Baatiin kadhalattu Sanbata galgala wantaheef Sooma Hiikkaan dilbata akka ta'e murteeffameera

Halkan 🌃Jumu'aati sanuu RAMADAANA🌙halkan 28ti KOTTAA NABI MUHAMMAD 🌷ﷺ‎ irratti Salawaata buusnaa  💐
28/03/2025

Halkan 🌃Jumu'aati sanuu RAMADAANA🌙halkan 28ti KOTTAA NABI MUHAMMAD 🌷ﷺ‎ irratti Salawaata buusnaa 💐

Address

Harar

Telephone

+251975308123

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Rabi juhar mume posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share