Abuu Ansaar

Abuu Ansaar Dukkana Boodaan Bariitu jira

21/12/2025

Abbaa B-capitalitti warri duulaa jiru harkaa Ormaatu eegalee itti duulaa jiraa an qaatan arge osoma suuta deemanii dirree bafatanii beekaโ€!!!
Namni keenya Dirree dhawaa keessaa akka waa hin joranne duula yeroo dheeraa deemaa turee beeka!! Yoo badii qabaates keenya nutu qajeelfata malee amba wanti galchu hin jiru.

Aferraa Shekha Khenya She Aliyyii Fallaanaati namni rabbiin mijjeyseef irraa hin hafinaa     DADDAFAA WALBEYSISAAJiraato...
24/10/2025

Aferraa Shekha Khenya She Aliyyii Fallaanaati namni rabbiin mijjeyseef irraa hin hafinaa


DADDAFAA WALBEYSISAA
Jiraatoonnii Aanaa_Kombolchaati fi naannawa isaa jirtan hundi keessan Sagantaa eeyba irraatti akka nuuf arkamtan isiniin jenna
Hin hafuu hin hafinaa Inshaa Allah
Guyyaan Sagantaa Onkololleessa 18/2/ 2018
Guyyaa Salaasa Sa'aa 2:00 irratti eegalti.
ganda Bakkee ja'amutti qophooyti
Ulamaa'oota gurguddaa fi Daa'iwwan Suuraan isaani armaan gaditti mullatan kun hundi fi kanneen biraalleen sagantaa kana irratti ni argaman kanaafu hundi keessan akka nurraa hin hafne maqaa Rabbii guddaatin isin afeerra
๐Ÿ‘‰Afeerraan tuni tan Baabaa keenya Shek_Aliyyii_Fallaanati.

24/10/2025

Watch, follow, and discover more trending content.

24/10/2025

33.8K likes, 5280 comments. โ€œ โ€

ู…ุจุฑูˆูƒ ุงู„ู ู…ุจุฑูˆูƒ ุจุงุฑูƒ ุงู„ู„ู‡ ู„ูƒู…ุง ูˆุจุงุฑูƒ ุนู„ูŠูƒู…ุง ูˆุฌู…ุน ุจูŠู†ูƒู…ุง ููŠ ุฎูŠุฑ
31/01/2025

ู…ุจุฑูˆูƒ ุงู„ู ู…ุจุฑูˆูƒ
ุจุงุฑูƒ ุงู„ู„ู‡ ู„ูƒู…ุง ูˆุจุงุฑูƒ ุนู„ูŠูƒู…ุง ูˆุฌู…ุน ุจูŠู†ูƒู…ุง ููŠ ุฎูŠุฑ

10/12/2023
I have reached 400 followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. ๐Ÿ™๐Ÿค—๐ŸŽ‰
10/12/2023

I have reached 400 followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. ๐Ÿ™๐Ÿค—๐ŸŽ‰

Yaa Rabbi Rahmatiif qabrii isaanii jannatul Firdowsii taasisiif
07/12/2023

Yaa Rabbi Rahmatiif qabrii isaanii jannatul Firdowsii taasisiif

Sallallaahu Aleeyhi Wassallam
15/09/2023

Sallallaahu Aleeyhi Wassallam

Address

AMH
Harar
ABUU

Telephone

+251973577354

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abuu Ansaar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Abuu Ansaar:

Share