Murtiiguutoo

Murtiiguutoo Muramte(waan dhume)

15/07/2025

alhamdulillaah

15/07/2025

bayxu bayxi malee saree ija hin kuulan.

yaa rabbi nu qacelchi
29/03/2025

yaa rabbi nu qacelchi

TikTok | Make Your Day

29/03/2025

baga geessan baga geenye
warra baranaa ka bara hedduu
nu haa taasisu

10/03/2025

Bakkaa sin fakkaanne rabbi sin dhaabin nun dhaabin. xiqeenyaa duniyaa aakiraa rabbi isin hin mudin.
Ramadaana keenya rabbi nuuf haa qeebalu.

10/03/2025

Rakkinaan fuula namaa rabbi nun dhaabin

12/11/2024

kan garaa malee kan maqaa yoom nu dhibe jedhe -----n
hirmaadhaa guutaa mammaksa kana.

12/12/2023

Jarjartee hin murteessin
Yeroo laadhuufii tasgabbahii laalii.
Naa dhufteef hin dubbatiin nama hedduuf si dura dhuftee haalamin furamti jedhi yaadi. Furmaata barbaaduun waan akkan barbaachiftuudha. Dubbachuun humaa miti😷

08/12/2023

Ilaalchi badaafi yaadni moofaan
sammuu dhala namaa baay'ee keessatti man'ee ijaarrateera, ati garuu didi malee man'ee ofirratti hin'ijaarsisiin!

2 year memory
26/11/2023

2 year memory

26/11/2023

Yoo nageenyi jiraate dorgommiin bareeddi.
Hojjattee milkayuun hoggas kajeelamti.
Nagayatu duursa!
First Peace!

Address

Bedeno
Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Murtiiguutoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Murtiiguutoo:

Share