Gadaa wandimmu dhugumaa

Gadaa wandimmu dhugumaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gadaa wandimmu dhugumaa, College & University, Harar.

25/02/2023

Akkam Jirtu Jaalatamoo Maatii Artii!

Namoota fedhaafii jaalala artii qabaniif karri keenyi ammas banaa akka ta'e oduu aagaa qabna!
Afaan, Aartii, Aadaa, Duudhaa fi Seenaa Oromoo irratti hojii Cimaa fi bal’aa kan hojjachaa jiru Inistiitiyuutiin Artii Oromiyaa
Ammas Marsaa 6ffaaf:
Ogummaa Filmiitiin (Film Making skill),
-cinematography
- Directing
- screenplay
- video editing
- photoshop
leenjisuuf galmee irra jirra.

Hawwiifii fedha artiirratti qabdan koottaa barnootaan dabaalaa!
Karri keenyi banaadha.

Iddoon argama keenyaa:
Bishooftuu Buufata Konkolaataa fuul duraa

Odeeffannoo dabalataaf lakki. Bil:
📞 0939391241
BISHOFTU

Yoo sitti hin himne hin gaafatiin.Yoo si hin hirmaachisne hin hirmaatin.Yoo si hin affeerre hin deemin, isaan oksijineer...
25/02/2023

Yoo sitti hin himne hin gaafatiin.
Yoo si hin hirmaachisne hin hirmaatin.
Yoo si hin affeerre hin deemin, isaan oksijineerota isaan malee jiraachuu ni dandeessa.
Jireenya nama ykn nama biratti bakka akkamii akka qabdu beeki

An dhufeen jira maalumayan hitaloo as bahimee🏃👰🙏
12/01/2023

An dhufeen jira maalumayan hitaloo as bahimee🏃👰🙏

28/12/2022

Haadha gabaabduu ijoolleen barumaan mucaa seetii

Ganamee   wabii kabbadaa   Fiqaaduu Daadhii qopheessan Abbuu Damisse
23/12/2022

Ganamee wabii kabbadaa Fiqaaduu Daadhii qopheessan Abbuu Damisse

18/09/2022

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gadaa wandimmu dhugumaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share