Sharaf Ziyaad sabaa

Sharaf Ziyaad sabaa Tokkummaa jabeeysa

16/05/2026
Dhaadannoon lammiileen Iraan dhageessisaa turan addunyaa Ajaabsiise Lami Media, ( Eebla 10/2026 );  Lammiileen Iraan wag...
10/04/2026

Dhaadannoon lammiileen Iraan dhageessisaa turan addunyaa Ajaabsiise

Lami Media, ( Eebla 10/2026 ); Lammiileen Iraan waggaa 47'f Azaa-ba addunyaa keessa turre jechuudhaan dhaadannoo dhageessiisan.

Waggaa 47'f si!oolii keessa jiraachuuf nutti murtaa'ee ture kan jedhan lammiileen Iraan qoqqo-bbii waggaa 48'f Amee-rikaan irra keessa ibsan.

Ummanni addunyaa si’ool ykn Azaaba kan beekan eega du-aa qofa, Garuu si!oolui kan addunyaan hin beeknees, waggoota 47f waan hundarraa ugguramnuus nuti Azaaba addunyaa keessa teenyee qabeenya keenya tikfannee asiin geenye jechuudhaan lammiileen Iraan murannoo qaban kan kan dhalootaarraa dhalootatti dabru tahuu ibsan.

Jabaatanii biyya isaanii eeguun, qabeenya biyya isaanii waggaa 47 gurguruu didan lammiileen Iraan addunyaa balbala itti cufachuun kophaa isaanii turanis murannoo qabaniin alagaa jalatti kufuurra of oolchaniiti jiru.

Biyyi lammiilee miliyoona 14 ol qabdu Iraan kophaa isii waraana addunyaa kudha lamaa humna guddaa qabuu fi caasaa nageenyaa samiirratti wal qunnaman dura dhaabbachuun, gamoo Israa'eel Ai-nek jedhamu barba-deessuun, waraa-na Amee-rikaa kan Adduyaan yaaltee hin beekne salphisuun, magaalota biyyoota Arabaa dureeyyii guyyoota 10 qofa keessatti cufachisuudhaan, maqaa Iraan jedhu daa'ima irraa kaasee hanga manguddootti akka faarfamu taasisaniiti jiru.

Israa'elii fi Ameerikaan Iraan irratti kan duulaniif sababa amantii isaaniitiin osoon taane, sababa qabeenya isaaniitiifi eenyummaa isaanii ganamaa yoo tahu; iraanoonni ummanni peershiyaa ejjennoo amantii isaaniitiin Muslimoota Sunnii caalanii kan argaman yoo tahu; biyyoonni Muslimaa biroo ammoo sababa Shiyaa tahaniif qofa Y-ahuudii waliin itti duuluun cabsuu dadhaban.

Yeroo ammaan tanaa Lolli kun masjiida ykn mana qulqullummaa babal'isuu osoon taane; sababa warri Iraan jabaa tahaniifi sammuu qabaniif qofa.

yoo jabaatan madaalliin humnaa addunyaa guutuutti akka jijjiiramu waan beekaniif tahuun ibsame.

07/04/2026

Kun kooti keeti

🇷🇺Yuukireen haleellaa dirooniin buufata boba'aa Novorossiysk irratti banuun dhiyeessii anniisaa gara Awurooppaatti geess...
06/04/2026

🇷🇺Yuukireen haleellaa dirooniin buufata boba'aa Novorossiysk irratti banuun dhiyeessii anniisaa gara Awurooppaatti geessu addaan cite - Ministeerri Ittisaa Raashiyaa

Dirooniin haleellaa jeettii Yukireen fakkaatu halkan tokkotti buufata doonii Novorossiysk fi kompileeksii ujummoo Kaaspiyaan irratti xiyyeeffachuu isaanii Ministeerri Ittisaa Raashiyaa beeksiseera.

Qabxiilee ijoo

▪️Haleellaan kun ujummoo fe'umsaa galaana irraa, buufata lafa bu'uu fi taankii kuusaa boba'aa afur rukuteera.

▪️Haleellaan kun gabaa haayidirookaarboonii addunyaa jeequufi dhiyeessii anniisaa fayyadamtoota Awurooppaa jeequuf kan kaayyeffatedha.

▪️Naannoon siiviilii Novorossiysk keessattis xiyyeeffannaan kan raawwatame yoo ta'u, daa'imman dabalatee namoonni nagaa madaa'uu isaanii gabaafameera.

Jirra jirra ammaas
21/03/2026

Jirra jirra ammaas

Address

Harar
HARAR

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sharaf Ziyaad sabaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share