Harargee media

Harargee media Harargee media show

Dhabbiin Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Itti fufaa jira.                                           Adoolessa 11/2014Go/Ha/...
18/07/2022

Dhabbiin Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Itti fufaa jira.

Adoolessa 11/2014

Go/Ha/Bahaa Aanaa Gursumitti Dhabbiin Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Araddoota Aanichaa hunda kessatti haala gaariin itti fufaa jira.

Godina Harargee Bahaatti Duulli Ashaaraa magariisaa bakka Bulchaan Godina Harargee Bahaa Aadde Misqii Mohammed , hoggant...
18/07/2022

Godina Harargee Bahaatti Duulli Ashaaraa magariisaa bakka Bulchaan Godina Harargee Bahaa Aadde Misqii Mohammed , hoggantoonni Olaanoon SadarkaaNaannoo,Godinaa ,Qindeessitootni Dargaggoota Godinaa Gaggeeysitootni Aanaa Gurawaa fi Kutaaleen Hawaasaa argamanitti Aanaa Gurawarratti Banamee Biqiltuuleen gosa garagaraa dhaabamaa jira.

Pireezidaanti Shimallis  guyyaa har’aa qofa  Biqiltuu 300 ni  dhaabu jedhame Finfinnee, Adoolessa 11,  2014 (FBC) - Pire...
18/07/2022

Pireezidaanti Shimallis guyyaa har’aa qofa Biqiltuu 300 ni dhaabu jedhame

Finfinnee, Adoolessa 11, 2014 (FBC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan guyyaa har’aa qofaa isaanii Biqiltuu 300 dhaabuuf karoorfatanii dhaabaa jiraachuu Ministirri Ministeera Qonnaa Obbo Umar Huseen

Address

Gursum
Harer

Telephone

+251935428808

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Harargee media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share