Hafsaa

Hafsaa صلو على رسول الله عليه أفضل الصلاة والسلام

20/03/2026
Nama birootiin jaalatamuuf dirqamaa eenyummaa kee jijjiiruun sin barbaachisuu ati of jaalannaan bakka sirrii ofii kennin...
09/01/2026

Nama birootiin jaalatamuuf dirqamaa eenyummaa kee jijjiiruun sin barbaachisuu ati of jaalannaan bakka sirrii ofii kenninaan Namoonni sii jaalachuun itti hin ulfatuu Of jaaladhuu yeroo ati Of jaallachuu jalqabduu, jireenyiis debi'ee sii jaallachuu eegala intala teessan Urjii ✨🤍🤎🫰

Dubartiin takka yoo si jaalatte ibidatti harka qabdee yoo deemteenillee akka waan bishaan keessa deemu jirtuutti si jala...
08/01/2026

Dubartiin takka yoo si jaalatte ibidatti harka qabdee yoo deemteenillee akka waan bishaan keessa deemu jirtuutti si jala deemti. Jaalala isii qabsiisuu keessanitti fayyadamtanii dogoggora umrii keessan isin gaabbisiisu isii irratti hin hojjatinaa. Wa'adaan dubartii nama qaba💔
Naamusaafii gaarummaa isii irraa mulqitanii karatti isii hin baasinaa. Fuudhuuf, umrii keessan isii waliin tahuuf fedhii hin qabdan yoo tahe isii hin baalagomsinaa.
❤️Wal miidhuurra waliif miidhamu wayyaa!!🥰
Raabii galatomi dhugaadha jatee
゚viralシfypシ゚viralシ

yaa rabbii  nama yeroo hunda Hulaa keetiirra dhaabbatu irraa nu godhii Dhuma keenya nuuf bareechi yaa Allah ☝️
02/01/2026

yaa rabbii nama yeroo hunda
Hulaa keetiirra dhaabbatu irraa nu godhii
Dhuma keenya nuuf bareechi yaa Allah ☝️

Namoonni sii waliin jiran hundii hiriyaa kee miti,Garruu namnii  dogonggora kee siif dhoksee sii sataruu hiriyaa kee isa...
02/01/2026

Namoonni sii waliin jiran hundii hiriyaa kee miti,
Garruu namnii dogonggora kee siif dhoksee sii sataruu hiriyaa kee isaa dhugaati😢❤️hiriyaan gaariin badhasaa Rabbiitti ☺️😘

30/12/2025

゚viralシfypシ゚viralシ

30/12/2025

✍️ Abbaa barbaadde saahiba godhadhu…Rabbii Arshiin irratti ol tahetti kakadhee…namni qabrii keessatti sitti saahiboomu hin jiru saahiba tokko malee. Dhageettaa innis dalagaa kankee gaariidha…asirratti hiriyyummaa isaa jabeeffannaan, innis qabrii keessatti hiriyyummaa tee siif jabeessa….!!
゚viralシfypシ゚viralシalシ

Jaalalli rakkoo dhala namaa hundaaf furmaata addunyaa maraati.  Madaa fayyisa, onnee cabe sirreessa, diina tokkoomsee gu...
28/12/2025

Jaalalli rakkoo dhala namaa hundaaf furmaata addunyaa maraati.

Madaa fayyisa, onnee cabe sirreessa, diina tokkoomsee guddina jajjabeessa.

Jaalalli bakka hundatti waan nu barbaachisuudha! ❤️🤗
゚viralシfypシ゚viralシ

Address

Harer

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hafsaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share