Gola Oda TVET College

Gola Oda TVET College Center of excellence(Technical and Vocational Education Training )

Gola Odaa ***☆☆****  Harargee Bahaa Aanaa Gola Odaatti Leenjii Interprunershippii Dargaggootaaf Sadarkaa Aanaatti guyyoo...
02/12/2024

Gola Odaa
***☆☆****
Harargee Bahaa Aanaa Gola Odaatti Leenjii Interprunershippii Dargaggootaaf Sadarkaa Aanaatti guyyoota lamaaf turu Jalqabamee jira.

ODUU Gammachiisaa Barattoota Kutaa 12ffaa xumurtanii fi namoonni Ogummaa Leenji’uu barbadan hundii Beeksisaa kana ilaalu...
22/11/2024

ODUU Gammachiisaa
Barattoota Kutaa 12ffaa xumurtanii fi namoonni Ogummaa Leenji’uu barbadan hundii Beeksisaa kana ilaaluun gara kolleejjii BLTO Gola Odaatti dhuftani akka galmooftan jechaa beeksisa kanaa Hiriyyoota Keessan hin argiin share godhaa biraan gahaa akka galmaa'an taasisa.

Beeksisa QaxarriiBiiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa ogeessota ogummaalee adda addaatiin Yuunivarsiitiiwwan Be...
28/10/2024

Beeksisa Qaxarrii

Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa ogeessota ogummaalee adda addaatiin Yuunivarsiitiiwwan Beekamtii qaban irraa Digrii Jalqabaatiin eebbifamanii ulaalaagee armaan gadii guutan gita hojii Leenjisummaa irratti waldorgomsiisee Kolleejjota BLTO Naannoo Oromiyaa keessatti argamanitti dhaabbiidhaan qaxaree hojjechiisuu barbaada.

Kanaafuu, kanneen ulaagaa barbaadamu guuttaniifi fedhii qabdan bakka ogummaan keessan jiru Kilaastara Adaamaa jalaa jirtan Waajjira CHUO godinaafi Bulchiinsa Magaalaa isinitti dhiyoo jirutti argamuun akka galmooftan.
Galmee Kilaastara Adaamaa

28/10/2024
Onkololeessa 04/02/2017Godina Harargee Bahaa Aanaa Gola Odaatti Koollejjiin BLTO Gola Odaa Barattoota harka-qalleeyyii t...
14/10/2024

Onkololeessa 04/02/2017
Godina Harargee Bahaa Aanaa Gola Odaatti Koollejjiin BLTO Gola Odaa Barattoota harka-qalleeyyii tahaniif dabtaraa fi qalama deeggarsa taasise.
Barattoota M/B Madarasa fi M/B Sad.1ffaa Burqaa harka qalleeyyii tahaniif dabtaraa fi qalama deeggarsa taasisaniiru.
Deeggarsi kun Bakka Diiniin Koollejjii BLTO Gola Odaa Obbo Tilmoo Kadiir,Ogeeyyii KBLTO Gola Odaa, Dura M/B fi B/B Hogaansa waajjira Barnoota Aanaa Gola Odaa Obbo Iliyaas Alii argamanitti taasifameera.
👉Dirqama lammummaa bahachuudhaan aadaa wal gargaarsaa fi waliin jireenyaa keenya Caalmaatti gabbisuu qabna
👉 Harka qalleeyyii deeggaruu aadaa haa godhannuu!!!💐🌻
👉Hooggansa fi Istaafi Koollejjii BLTO tiin Galatoomaa Jennaani!!!💐🙏🌻

Beeksisa simannaa Leenjifamtoota Buleeyyii bara2016 fi san duraa Kolleejjii BLTO Gola Odaa leenji'aa turtan guyyaa Galme...
17/09/2024

Beeksisa simannaa Leenjifamtoota Buleeyyii bara2016 fi san duraa Kolleejjii BLTO Gola Odaa leenji'aa turtan guyyaa Galmee 06/-10/01/2017 waan ta'eef erga tana dabarsaa.

👍🤝KBLTO Gola Odaa erga baga geessani!!🌹🌻👍🌻Kabajamtoota maamiltoota Kolleejjii  keenya bara haaraa kana keessatti fayyaa ...
11/09/2024

👍🤝KBLTO Gola Odaa erga baga geessani!!🌹🌻
👍🌻Kabajamtoota maamiltoota Kolleejjii keenya bara haaraa kana keessatti fayyaa fi badhaadhina isiniif hawwina. Waan bara kana galmaan geessan hunda baay’ee itti boonna, bara 2017tti waan hojjetuuf karoorfatan qabatamaan akka milkooftan hawwii guddaa isiniif qabna!!
🌼 2🌼17Baga Geessan.!! 🌻🌻🌻

Address

Harer
OROMIA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gola Oda TVET College posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Gola Oda TVET College:

Share