Qeerroo power

Qeerroo power Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qeerroo power, College & University, Harar city, Hirna.

25/03/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Muhammed Alterkawei, Vincent Chelakati, Alex Jesus

25/03/2025

👉YOO ATI HIYYEESSA TAATE NAGAAN ATI NAMA GAAFATTUUS KADHAA FAKKAATA WAAN TA'EEF JABAADHUU HOJJADHU💯

24/03/2025

NAGAATTI YAA SHAGGEE.
INTALA ABBAA BIQILAA
ERGA BIRRII $ BARBAADDEE
SOORAMEEN SII BILBILAA!!

please follow me
27/10/2024

please follow me

This version of Facebook uses less data and works in all network conditions.

28/01/2024

Aantummaa dagattee osoo hin diinomin
Arjummaan kee hafee osoo hin doqnomin
Iddoon an jibbutti osoo hin argamin
Na dhiistee kan biraa osoo hin jaalatin;
Siif je'ee of dhamaasee si jala kurkure,
Akka har'aa miti siin jaaladhaan ture.

Har'a garuu
Ormatti firoomtee anarra fagaannan
Battala rakkookoo gammaddee sirbinan
Gaarii koo dhooksitee hamii koo odessinan,
Taatee kee ilaaleen si jaalluu dadhabee
Aniis akkuma kee si jibbuun jalqabe !!!!!

11/03/2023

WANTOOTA ABJUU DHALOOTAA AJJEESAN!
▬▬▬▬▬▬▬▬
1) Abdii kutannaa: Namni abdii kutate har'a qofatu itti mul'ata; fuuldurri isaa dukkana. Kanaafuu egereen kee borii akka hin dukkanoofneef abdii kutachuun barbaachisaa miti. Dhaloota abdiidhan jiraatu haa taanu.

2) Gabaabsanii yaaduu: Egeree ofii gabaabsanii yaaduun doofummatti nama gata. Daandii nu milkeessuu fi nu kuffisuu danda'u sirriitti kan nuti adda baafannu; fageessinee yeroo yaadnudha. Kanaafuu dhaloota fageessee yaadu haa taanu.

3) Sirna Addunyaa fi imala karaa addunyaa adda baafachuu dhabu: Sirnootni addunyaa kana keessa jiran kan nama fayyadan akkuma jiran faallaa isaa immoo kan baay'ee nama miidhanis sirriitti jiru. Kanneen kana adda hin baafannu yoo ta'e abjuun keenya kufuuf lakkoofsa tokko irra jira. Abjuu keenyaa fi kaayyoo keenya milkeessuuf sirnootni addunyaa kana keessa jiru adda baafachuun barbaachisaadha.

4) Jijjiiramaaf qaama biroo eeguu: Jijjiiramaaf qaama biroo eegna yoo ta'e hirkattummaa jalatti kufna; abjuu keenyatu maseena. Kanaafuu abjuun keenya akka hin maseenneef jijjiiramaaf hojjechuun barbaachisaadha. Dhaloonni qubee dhaloota jijjiirama fidu malee dhaloota jijjiiramaaf qaama biroo irraa eegu miti.

5) Yeroo ofii seeraan fayyadamuu dhabuu: Abjuu keenya milkeessuu keessatti yeroon nuti qabnu baay'ee murteessadha. Yeroon warqeedha. Itti fayyadamnaan boollaa nama baasa; itti hin fayyadamnu yoo ta'e garuu bool'a nama buusa. Yeroo duukaa fiiguun galma keenya qaqqabuuf hojjechuun abjuu keenya milkeessuu keessatti ga'ee ol aanaa qaba.

6) Of tuffachuu: Dhalli namaa beekaas haa ta'u wallaalaa karoora mataa isaa ni qabaata. Akkasuma haa guddatu, haa xiqqaatu abjuu mataa isaa ni qabaata. Yeroo kallattii garagaraatiin teenyee yaadnu wantoonni haamilee nu buusanii abjuu keenya doomsan jiraachuu malu. Nuti garuu abjuu qabanne galmaan gahuuf hojii tokko keessatti of tuffachuun hin barbaachisu.

7) Hiyyummaa kunuunsuu: Abjuu ofii kunuunsuu keessatti hiyyummaa kunuunsuun hin barbaachisu. Itti fufa...

23/12/2022

JECHOOTA ABRAHAAM LIINKEN!
▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. "Namoonni hammuma gammaduuf sammuu isaanii qopheessan gammadu!"
➋. "Hiriyyaan koo hundumaa caalu nama kitaaba ani hin dubbisin naaf kennedha!"
➌. "Namoonni hunduu gidiraa dandamachuu ni danda'u!"
➍. "Amala namaa qoruu yoo barbaadde aangoo kenniif!"
➎. "Kan na yaachiisu Waaqayyo ana wajjiin jiraachuu miti. Kan na yaachiisu ani Waaqayyo wajjiin jiraachuudha. Sababiin isaa, Waaqayyo yeroo hundumaa sirriidha!"
➏. "Yeroon waan gaarii hojjedhu waan gaariitu natti dhaga'ama; yeroon waan hamaa hojjedhu immoo miira badaatu natti dhaga'ama. Sun amantaa kooti!"
➐. "Suuta jedheen deema; garuu tasuma booddeetti hin deebi'u!"
➑ "Dhaabachuu kee dura bakka sirrii ejjettee akka jirtu ilaalladhu!"
Maddi:-kan dubbiseera.

19/12/2022

Raajiin ta'e!

Kaleessa galgala
Aduu dhiha ga'e
Jooraa ooleen ala
Galeen Raajii ta'e

Akkuma koo durii
Yeroon mana ga'u
Balbala koos banee
Yoon ol seenuuf ka'u

Amanuun dadhabe
Raajiidha Yaa fira
Waan hin eegiintu
Siree koorra jira

Isheen siree koorra
Afamtee mul'attu
Nan bare akkasheen
Qalbii kiyya hattu

Ishee argee kaanaan
Miirrikoos takkaatti
"Koottu narra bu'i"
Waan jettu fakkaatti

Gaafan itti Siqee
Ilaalus maaf dhiifti
Luka gargar bantee
Dugdaan galtee ciifti

Anis gidduu galuuf
Maaltu wal dhiisare
Hamman uffata koo
Baasuttan jarjare

Yommuun ishee laalu
Waanshee ni addaata
Isheenis na arguuf
Jarjarte fakkaata

Dafee uffatakoo
Baasee dadarbadhee
Dhaqeen takkaa baadhee
Ol fuudhee hammadhee

Ofiirraan kaawwaadhee
Gargar banee mana
Yommuun gidduu seenee
Jalqabu waan sana

Uuff...Akkatti mi'aawu
Maalin jedha Wayyoo
Har'a ittuman bahe
Galata Waaqayyoo

Miira namaa fuudhee
Nama gammachiisa
Akkuma aannanii
Laphee namaa jiisa

Ani argeen beeku
Takkaa waan akkanaa
Ittiyyuu gidduushee
Bargaanfatte banaa

Sirrittin ilaalee
Haalaan gadin qabe
Jedhee,jedhee,jedhee
Quufuuyyuun dadhabee

Keessaa bahuun jibbe
Keessa buluun Yaade
Garuummoo dadhabbiif
Hirribni na gaade

Boodarra dadhabnaan
Hirribnikoos dhufe
Dubbisuu koo dhaabeen
Kitaabittii cufe😋

Borun itti fufa
Jedheen itti dhiise
Kitaaba Ajaa'ibaa,Fuula 70
Irra gaheen ciise

Lammatu hin dhiisu
Jedheen gales waadaa
Kitaaba dubbisuu
Haa godhannu Aadaa!

Kitaaba dubbisuu sammuu ofii guddisuu..
Amma hin dhabamu kan gara biratti dubbisee
Yaadaan babbatisu😆 garam garam dubbiin?

Ajaa'iba turte kitaabittiin hirribumatu Qabamte moo qabamte naan jenaanin rafe malee!

Galatoomaa share gochuun hin kafalchiisu homaa kan biras haa kolfuu qoodaafi itti himaa🙏
Kuma ..!✍️

16/11/2022

I am oromo first

03/11/2022

Biiftuun tokko yoo sijalaa luxxu,
Biiftuu kan biraa arguuf,
Ija kee biiftuu lixxe irraa
Kaasi

Nyaata madaalamaa qofa nyaachuu mitii yaada madaalamaa yaaduuniis fayyaa keenyaaf barbaachisaadha.
11/10/2022

Nyaata madaalamaa qofa nyaachuu mitii yaada madaalamaa yaaduuniis fayyaa keenyaaf barbaachisaadha.

Goota oromo YomiyyuuNuuf jiraadhu
05/08/2022

Goota oromo
Yomiyyuu
Nuuf jiraadhu

Address

Harar City
Hirna

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qeerroo power posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share