Sherif reduwan

Sherif reduwan Dr sherif hajii ruduwan

Warii gara tiktok badan jumaa qama’uun mirqaanantanii baga nagaan dhuftan gara fib
26/01/2023

Warii gara tiktok badan jumaa qama’uun mirqaanantanii baga nagaan dhuftan gara fib

Yaa Rabbii galanni keetii
22/01/2023

Yaa Rabbii galanni keetii

15/11/2022

Jirra hundaa baachaa

Baga guyyaa arguu addunyaa fayyaa qaama keenyaa guutuu miidhuu fi guddinaa fi misooma biyya keenyaa irratti dhiibbaa ham...
11/10/2022

Baga guyyaa arguu addunyaa
fayyaa qaama keenyaa guutuu miidhuu fi guddinaa fi misooma biyya keenyaa irratti dhiibbaa hamaa qabudha.
Fayyaan ijaa dhimma keenya addunyaarratti dhiibbaa qaba jedhamee amanamu ta’us, xiyyeeffannoon itti kennamuu dhabuu irraa kan ka’e, hubannoon sirrii ta’e ummata keenya hunda biratti babal’atee tajaajilli fooyya’aan naannoo hundatti akka hin geenye ta'uun ni mul’ata.
Guyyaan Arguu Idil Addunyaa baranaa mata duree "Xiyyeeffannoon ija keenyaaf" jedhuun kan kabajamu yoo ta'u, namni hundi guyyaa kana yeroo kabaju waa'ee ija ofii fi namoota biroo yaaduu fi tarkaanfii qabatamaa fudhachuu akka qabu beekuu qaba.
Guyyaan Arguu Idil Addunyaa waggaa waggaan Jiini Onkoloolessaa akkuma seeneen, torbee lameen duraa keessatti guyyaa Kamisaa addunyaa maratti kan kabajamudha.
Guyyaan arguu baranaa akka biyyaatti Onkoloolessa 03/2015 naannoo keenyatti sagantaalee adda addaatiin kan kabajamu ta'a.
Sagantaan guyyaa arguu naannichatti bakkeewwan qormaataa filataman 6tti kan kennamu yoo ta'u, namoota kuma 15'iif qorannoon Ijaa ni kennama jedhamee eegama.
Namoota 5,000 ta’an rakkoo ijaa qabaachuun isaanii adda baafameef yaaliin addaa ni kennamaafi.
Akkasumas qorannoon kuniis,iddoolee adda addaa kanneen akka:
- Mooraa Gamoo Mana Marii Naannichaa (miseensota mana mariitiif) keessatti.
- Hospitaala Speeshaalaayizidii Koompireehensiivii Yuunivarsiitii Haramaayaa Hiwot Faanaa fi Hospitaala Joglaatti,
- Manneen Barnootaa Sadarkaa Tokkoffaa Geey Madrasaattii fi Hassan Geeyi keessatti (barattootaaf)
-Naannoo Buufata Konkolaataattiis akkasuma tajaajila Qorannoo Ijaa ni kennina.
Dhumarratti, miseensonni hawaasaa Magaalaa Harar keessa jiraatan, bakka ayyaanni kun akka Naannoofi akka biyyaatti itti kabajamu hundatti, sirni kuni akka milkaa'uuf gahee keessan bahaa jechuun barbaada.
Xiyyeeffannoon Ija keenyaaf!
Obbo Yaassin Abdullaahii
Hogganaa Biiroo Eegumsa Fayyaa Naannoo Hararii

09/10/2022
18/08/2022

As wr wb

Address

Hirna
1234

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sherif reduwan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share