27/09/2025
~~ irraa haa barannuu.
1ffaa
~Walaabu kan Jaarsooti.
~ Dhanka kan Jaarsooti
~Dawwaroon kan Jaarsooti
~ Oromo kan Jaarsooti
~ Sayyo kan Jaarsooti
~ Ooga kan Jaarsooti
~ kan .
~ kan
~ kan Barreentooti.
~Barreento kan
akkuma biroo lafa irratti qubatanii fi abbaa isaanii dagaa Qalloo irraa dhaalan ni qabu fkn Teessumni Qubannaa ilmaan dagaa adeera isaanii Dagaatti aansuun Naannoo Aanaa Jaarsoo fi Diida Waaled aanaa Cinaaksan, Aanaa makkanniissa oromoo kan ammmaa, fi Aanaa Gursum dabalatee baayinaan kan irratti qubatanii argaman yoo tahu akkuma obboleewwan isaanii ilmaan oromoo birootti fi ni jiraatu.
( 6) dhale .
Hangafni 1.Oromo 2.Dawwaroo 3.Walaabu.
4.Warra dhankaa 5.Warra Oogaa 6.Warra Sayyoo
Tokkoon tokkoon isaanii ibidda ni qabu kuniis
1. ilmaan 6 qaba. 1ffaan warra xiyyoo
2ffaan warra Alii 3.Haamidoo 4.Halakhu
5.warra warxuu 6.ayyagee
2ffaa ilmaan 3 dhale isaaniis
1.Botor 2.Warra Heeban 3.Warra Boroo
3ffaan ilmaan 3 dhale isaaniis
1. Umar 2.Usmaan 3.Baallad yoo tahan.
Isaaniis umar-karrayyuu_walaabuu -Jaarsoo-dagaa
Usmaan-karrayyuu -walaabuu-Jaarsoo-dagaa
Baallad-Karrayyuu -walaabu-Jaarsoo
dagaa
Bifuma walfakkaatuun jilboonni ilmaan 6n Jaarsoo dagaatti Galuun seenaa dhugaati.
4ffaan ilmaan 7 dhale isaaniis
1.warra nya'aa 2.warra Mahammad 3.warra Yaayyaa Igguu 4.Warra yaayyaa Guyyoo 5.Arreeylee 6.warra akaakoo 7.karrayyuu
5ffaan ilmaan 3 dhale isaaniis
1.Oromo 2.Buuko 3.Abbayyi
6.ffaan Oogaa ilmaan 3 dhale isaaniis
1.warra Nuunnuu 2.Haagaloo 3.Abbayyi arraaf horteewwan damee ilmaan Jahan Jaarsoo dagaatiin wal isin barsiisuuf Qophiin Qopheeffadhe asumarratti XUMURAMEE
Galatomaa haayyuu Kenya kaan kuutee arraa hin jiree