Jammaa suufiyyaa

Jammaa suufiyyaa Barnoota haqiidaa

Isin warri mawlida mormitan sagantaan ifxaaraa tan biyya hunda keessa fiigdanii lallabaa turtan bid'aadhamoo bid'aa miti...
16/08/2023

Isin warri mawlida mormitan sagantaan ifxaaraa tan biyya hunda keessa fiigdanii lallabaa turtan bid'aadhamoo bid'aa miti? Afaan kamiin mawlidni haraami jettan?jalqaba sagantaa ifxaara sun ragaa isaa qur'aanaafii hadiisaan mirkaneessaa, sahaaboota keessa eenyuutu ifxaara jedhee daandiirratti hawaasa muslimaa gadi baasaa ture? rasuulli alayhissalaatu wassalaam hojjatnii ? Yoom eessatti hijiraa duramoo booda? daandiirratti hawaasa baasuun kuni hojii gaarii tayuu wallaaleeti lakkise? Duuba isin akkamitti gaarii tahuu isaa beektan?

Duuba isin waan sahaabaan tokkolleen hin hojjatin hojjachaa gaafa mawlidni haraami jettan xiqqollee hin qaayfattanii ?
Tuni fedhii ofii jala deemuudha malee daandii shari'aa jala deemuu miti.

sagantaan ifxaaraa bid'aadhamoo miti ? Yoo bid'aa tahuu isii amante mawlidnis akkasuma yoo bid'aa miti jette gaafam hojjatame eenyuutu hojjate ragaadhaan ibsi.

HUBACHIISA nama arrabsuun mallattoo cabinsaati.

15/08/2023

Jara keenya taariika muslimootaa keessatti sagantaa galateeffannaa waan jedhamu dhageessanii ? Sahaaboonni qabsoo dheertu gadi geysan keessatti gaafam sagantaa galateeffannaa jedhanii wal gahan? Akkamitti waan rasuulli fi sahaabaan hin hojjatin hojjattan duuba?
Gareen salafiyyaa tan irraa of eegaa jedhamee lallabamaa ture kunoo tanaamiti ? Moo lallabbiin sun harargee qofatti ?.

Mee warri bid'aa balleysina jettanii oliifi gad fiigaa jirtan tasgabbiidhaan deebisa quubsa dhimma kanarratti laadhaa.

12/08/2023

هذا شيخنا وأستاذنا الحنون الشيخ أحمد ناصر حفظه الله ورعاه ونفعنا به.

shukren sheekh abdullaah siiniin karaabarreaqiidaa qulqulluu isiiniinibarree ..........
09/08/2023

shukren sheekh abdullaah siiniin karaabarre
aqiidaa qulqulluu isiiniinibarree ..........

Check out IBSAA SAALIH's video.

sheeka suufiyyaan qabdukeessaa tokko sheek muhamed rashaad abdulleetrabbi jannataan haaqananiisuu
09/08/2023

sheeka suufiyyaan qabdukeessaa tokko sheek muhamed rashaad abdulleet
rabbi jannataan haaqananiisuu

Sagantaan Afaan Oromoo Raadiyoonii Moqadiishoo hayyuu amantaa Islaamaa kan ta'an Sheek Mohaammad Rashaad Abdulleen hundeeffamuun himama.

Sheek Mohaammad Rashaad wayita waajjira mootummaa Somaaliyaa keessa hojjechuuf carraa argatanitti dhimma Afaan Oromoo fi qubee irratti qiyyaafatan.

ALA 1965ttis sagantaan raadiyoo Afaan Oromoo Moqadishoo irraa darbuu kan jalqabe tattaaffii isaan godhaniin ta'uutu dubbatama.
Seenaan akkamiin isaan yaadata? 👉👉 https://bbc.in/3rTDz6q

addunyaan keessajirrutun waan gara dhumaa deebite fakkaatti basuma dhageenya baasuma agarra guyyarraa garaguyyaattiyaa a...
09/08/2023

addunyaan keessajirrutun waan gara dhumaa deebite fakkaatti
basuma dhageenya baasuma agarra guyyarraa garaguyyaatti
yaa allaah qaceelloon nufaayi

Wanni hundi kan dhuftee dabartu hundi Nama qalbiiqabuuf gorsa kenniti wahi nama barsiifti Balaas tahee rakkoon adda adda...
03/08/2023

Wanni hundi kan dhuftee dabartu hundi
Nama qalbiiqabuuf gorsa kenniti wahi nama barsiifti
Balaas tahee rakkoon adda addaa yaroo sidhudhufte waanuma akkanumaan sidhudhufte hin sahin akka ati ittiin gorfamtuuniifi
Saniif waan numudatu hundarraa gorsa haafudhannuu

Rabbiin cufuma waan kheeyrii taheen nama kheeyrii barbaadu haa qunnamsiisuBiyyaaf beeyyee biyya keenyaas naga'a akka tah...
04/02/2023

Rabbiin cufuma waan kheeyrii taheen nama kheeyrii barbaadu haa qunnamsiisu
Biyyaaf beeyyee biyya keenyaas naga'a akka tahuuf ulamaan kadhaaf

Address

Harar
Hirna
1522

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jammaa suufiyyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share