INSHA ALLA

INSHA ALLA activist

Bishingaa kana maqaan isaa maal je'ama?
24/09/2025

Bishingaa kana maqaan isaa maal je'ama?

Rizqii Cinqii fi HaraamirraaBilisa Taate tan Barakaan guutamte Walitti isiniif haa Qabu.๐Ÿคฒ๐Ÿคฒโœ…
14/07/2025

Rizqii Cinqii fi Haraamirraa
Bilisa Taate tan Barakaan guutamte Walitti isiniif haa Qabu.๐Ÿคฒ๐Ÿคฒโœ…

โœด๏ธGORSA GABAABAAIlmi namaa du'ee * Guyyaa 3ffaatti qeensi isaa irraa      bubuqqa'uu jalqaba.*Guyyaa 4ffaatti rifeensi i...
13/07/2025

โœด๏ธGORSA GABAABAA
Ilmi namaa du'ee
* Guyyaa 3ffaatti qeensi isaa irraa bubuqqa'uu jalqaba.
*Guyyaa 4ffaatti rifeensi irraa harca'ee dhuma.
*Guyyaa 5ffaatti sammuun isaa akka dhadhaa baquu jalqaba.
*Guyyaa 6ffaatti gogaan qaama isaa gurraacha'ee irraa qunca'uu jalqaba.
*Guyyaa 7ffaatti foon isaa akka malee tortoree foolii ajaa'aa garmalee kenna.
*Guyyaa 60 booda ykn ji'a lama booda foon kan jedhamu bososee irraa dhumee lafee qofaan kophaatti hafa.
*Argitee jireenyi addunyaa kanaa amma isheen tiqqoo taate. Yeroo amma lubbuudhaan jirru waan cimaa ofitti fakkaanna; akkasumas
๐Ÿ‘‰ Of tuullummaa
๐Ÿ‘‰ Hammina
๐Ÿ‘‰ Soba
๐Ÿ‘‰ Ofittummaa
๐Ÿ‘‰ Jal'ina.
๐Ÿ‘‰ Ammeenya
๐Ÿ‘‰ Albaadhummaa fi k.k.f irraa bilisa of gochuu dadhabna. Dhiqannee, dibannee, uffannee, bareennee, barannee, qabeenyas mana gaarii, konkolaataa baay'ee qaalii qabannee, waan hundumaan of gaa'aa fakkaannee, Beekumsa, beekamtii, fudhatamuummaa guddaa argannee, waltajjiwwan garaagaraa irratti argamnee harki nuuf rukutamee, nama addaa jedhamnee beekaaf wallaalaan nu jajee. Ykn immoo bareedina addaa qabannee hundumtuu iddoo deemnu hundumaatti nu hawwee Hawwamnee.Sababa kana hundumaaf waan adda taaneef waanti addaa nuuf ta'eedhaaf du'a hin oollu.

Gaafa duunu akkuma warra kaanii ajoofnee tortorree, Biyyee ta'uuf jirra. kanaaf jettee obboleessa, obboleettii waan addaa gootee of hin ilaaliin. hiyyeessa oollaa kee jiru hin tuffatiin, qaba jettees ilmaan namaa miidhuuf hin kaayyeeffatiin dhiisi. jireenyi lafa kana irraa baay'ee xiqqoodha. Amma dandeessetti gaarummaa hojjedhu. hin Jibbiin hin miidhiin, hin xiqqeessiin, hin tuffatiin, bifaaf qabeenyaanis itti hin booniin gaafa duutu atis sanuma innis sanuma. Yoo gaarii hojjette ati du'uu dandeessa.
๐Ÿซด Waan dubbistaanif galatoma follow like and share ๐Ÿ™

Masha Allah, beautiful artToday's Best Photo โค๏ธ๐Ÿฅฐ๐ŸŒนโ˜˜๏ธ ๐“๐ซ๐š๐ฏ๐ž๐ฅ ๐๐ฅ๐š๐ง: ๐Š๐š๐ญ๐ก๐ฆ๐š๐ง๐๐ฎ ๐ญ๐จ ๐‹๐ฎ๐ฆ๐›๐ข๐ง๐ข ๐š๐ง๐ ๐‚๐ก๐ข๐ญ๐ฐ๐š๐ง๐ƒ๐š๐ฒ ๐Ÿ: ๐Š๐š๐ญ๐ก๐ฆ๐š๐ง๐๐ฎ ๐ญ๐จ ๐‹๐ฎ๐ฆ...
10/07/2025

Masha Allah, beautiful art

Today's Best Photo โค๏ธ๐Ÿฅฐ๐ŸŒนโ˜˜๏ธ
๐“๐ซ๐š๐ฏ๐ž๐ฅ ๐๐ฅ๐š๐ง: ๐Š๐š๐ญ๐ก๐ฆ๐š๐ง๐๐ฎ ๐ญ๐จ ๐‹๐ฎ๐ฆ๐›๐ข๐ง๐ข ๐š๐ง๐ ๐‚๐ก๐ข๐ญ๐ฐ๐š๐ง
๐ƒ๐š๐ฒ ๐Ÿ: ๐Š๐š๐ญ๐ก๐ฆ๐š๐ง๐๐ฎ ๐ญ๐จ ๐‹๐ฎ๐ฆ๐›๐ข๐ง๐ข
* Depart early in the morning from your location via the Prithvi Highway.
* Have lunch on the way.
* Visit Lumbini, the birthplace of Lord Buddha.
* Explore the Lumbini Garden and the Mayadevi Temple.
* Stay at Lumbini.
* Have dinner at the hotel.
๐ƒ๐š๐ฒ ๐Ÿ: ๐‹๐ฎ๐ฆ๐›๐ข๐ง๐ข ๐ญ๐จ ๐๐ก๐š๐ซ๐š๐ญ๐ฉ๐ฎ๐ซ
* Have an early morning breakfast at the hotel and head towards Bharatpur.
* Enjoy the scenic journey.
* Explore Bharatpur and visit the Narayani River.
* Have lunch on the way.
* Stay at Bharatpur.
* Have dinner at the hotel.
๐ƒ๐š๐ฒ ๐Ÿ‘: ๐‚๐ก๐ข๐ญ๐ฐ๐š๐ง ๐๐š๐ญ๐ข๐จ๐ง๐š๐ฅ ๐๐š๐ซ๐ค
* After breakfast, head to Chitwan National Park.
* Enjoy a jungle safari and elephant ride.
* Visit the Elephant Breeding Center.
* Have lunch inside the park.
* Return to the hotel in the evening.
* Have dinner at the hotel.
* Stay at the hotel.
๐ƒ๐š๐ฒ ๐Ÿ’: ๐๐ก๐š๐ซ๐š๐ญ๐ฉ๐ฎ๐ซ ๐ญ๐จ ๐๐š๐ง๐๐ข๐ฉ๐ฎ๐ซ
* Have an early morning breakfast at the hotel.
* Head towards Bandipur.
* Have lunch on the way.
* Explore Bandipur, visit Siddha Gufa (cave), and enjoy the local culture.
* Stay at Bandipur.
* Have dinner at the hotel.
๐ƒ๐š๐ฒ ๐Ÿ“: ๐๐š๐ง๐๐ข๐ฉ๐ฎ๐ซ ๐ญ๐จ ๐Š๐š๐ญ๐ก๐ฆ๐š๐ง๐๐ฎ
* Have breakfast at the hotel.
* Head back to Kathmandu.
* Have lunch on the way.
* Reach Kathmandu by evening.
๐๐š๐œ๐ค๐š๐ ๐ž ๐ˆ๐ง๐œ๐ฅ๐ฎ๐๐ž๐ฌ:
โœ… Lunch
โœ… Dinner
๐๐ฅ๐ž๐š๐ฌ๐ž ๐ฉ๐ซ๐จ๐ฏ๐ข๐๐ž ๐ญ๐ก๐ž ๐จ๐ฉ๐ฉ๐จ๐ซ๐ญ๐ฎ๐ง๐ข๐ญ๐ฒ ๐ญ๐จ ๐ฌ๐ž๐ซ๐ฏ๐ž, ๐˜๐จ๐ฎ๐ซ ๐’๐š๐ญ๐ข๐ฌ๐Ÿ๐š๐œ๐ญ๐ข๐จ๐ง ๐ข๐ฌ ๐จ๐ฎ๐ซ ๐€๐œ๐ก๐ข๐ž๐ฏ๐ž๐ฆ๐ž๐ง๐ญ

09/07/2025

Aakhira kee kalimaa shahaadaa,
Aakhiraa tee J A N N A T A

๐Ÿคฒ RABBIIN siif haa godhu๐Ÿคฒ

Address

Finffinnee
Hirna

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when INSHA ALLA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to INSHA ALLA:

Share