27/03/2022
dubbiitu dubbii dhalchaa akkuma jedhan san dhihenya kana kilabonni durriyootaa wal gahii wan walitti dhufan fakkaata akuma tiruun bulte lafee tati jedhan san godinaalen Oromiyaa hundinuu rakkoo cimtuu himatan haa tatu garuu keyisaafuu eega ummanni farrisan kun biyya hogganna jedhee oli gad deemuu eegalanii as rakko du'a caltutu dhufe jedhe hawaasni himata.akkuma hamma feete barartus Allaati duuti isii lafuma jedhan san. wan akkas fakkaatuutu dhufaa jira godinni tokko tokko wayaane arineti wahan hin yaanne fitti finne jedha gariin immoo distitu jijjiirame male ittoon isuma duri jedha kannira immoo ka gandaa hatee isinitti guraa bahee aanaatti ol fiddan kaan isinitti hataa bahee godinatti gudistan kaniis Naannoo geyisitan jedha Hawaasni godinaalee garagaraa akkuma shawaa bahaa dhagenyeen kenyatti darban jennee OBN eegaa turre oduuniis adda citte xumuramte godinni H.Lixaa kun rakko hin qabu jechudha moo osoo jennu bulle barii ergaan wahii dhufte marii hawaasaatu godina kenya jira jedhan PP ifumaa isiitiif wal gurratte yaate Hawaasa tate mari sente kuno arra enyuutu rakko hima ree ka Boyyefi karkarron wal hin himattu achumatti tenya ta godina kani adda taate.si magan jenne firraa kunoo. rakko akka godina kaani nutis marii durriyoota marsaa itti anurratti himanna.wani lixaa kaate bahaafis ni dhufti jechaa turre kunoo dhufte ree. reportarri Roobaa Amayyuuti