Hirree

Hirree Warrani mo'iicha hin qabne warrana jallala qaofa

23/06/2023

Akkanatii

16/05/2023
16/05/2023

Caamsaa 8 Guyyaa Harree Addunyaati
==============
Akka ammaa kana konkolaataafi malawwan geejjibaa osoo hin baballatiin dura harreen bahaa baachuun dhala namaa gargaaraa turte.
Har'as baadiyyaa bakka konkolaataafi malli geejjibaa hin jirretti uummata gargaaruun kan harree gitu hin jiru.
Qonnaas ni qotti.
Horii dhalli namaa horsiifatu keessaa harreen dandeessuu qofa osoo hin taane bakkaafi bara rakkinaatti dhala namaa gargaaruun seenaa dheeraa qabdi.
Harreen guutumma aaddunyaa irratti oolmaa guddaa dhala namaaf qabaatullee kunuunsiifi ilaalchi sirrii kennamaafiif hin jiru.
Guyyaa Harree Addunyaa kana akka yaadatamuuf kan taasifameefis kanaafidha.

Gahee harree adeemsa jijjiirama seenaa dhala namaa keessatti qubdu hubachuuf
⬇️⬇️
https://bbc.in/3NOpr7f

Address

UN
Hirna
WBO

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hirree posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share