Karatee lovers

Karatee lovers Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Karatee lovers, College & University, Sacsees, Hirna.

πŸ’₯iyyafannooπŸ’₯  mucaa kana suraa waajjin kauu malee Essa akka tahee fi maal akka hojjatuu warrii bektaan dafa komantii naf...
08/06/2026

πŸ’₯iyyafannooπŸ’₯
mucaa kana suraa waajjin kauu malee Essa akka tahee fi maal akka hojjatuu warrii bektaan dafa komantii naf godhaa dammoo jalalli irraa na qabee jiraa itti naf himaa

16/05/2026

Suuraa Qalbii nama Cabsu..=====================Dadhabbii Barnoota Fayyaa barachuun qabu nama keessa darbe qofatu beeka; ...
08/05/2025

Suuraa Qalbii nama Cabsu..
=====================
Dadhabbii Barnoota Fayyaa barachuun qabu nama keessa darbe qofatu beeka; keessattuu Medicine barachuu. Keessattuu yeroo barattutti akkatti qoramtee baatu namoota keessa darban qofatu hubata. Yeroo tokko tokko ganama round naanna'aa ooltee, waaree booda class barattee, galgala duty bultee, guyyaa itti aanu morning dhiyeessitee, isa booda ward seentee dhukkubsataa ilaalaa ooltee....ammas class... sa'aatii 36 booda manatti galta. Haala sana keessa dabartee gaafa nyaataafillee of gahuu dadhabdu dhuguma gab*rummaan kana caale hin jiru si jechisiisa; al tokko tokko maaf baradhe jettee of abaarta. Gaafa gufuu qormaata meeqaa xumurtee hojitti bobbaate immoo boqannaa tokko malee risk meeqa wajjiin dhamaatee hawaasa tajaajilta. Mee baay'inna kaardii fuuldura Doktora kanaa jiru ilaalaa. Oolmaan isaanii guyyaa guyyaan kana fakkaata. Kanaafuu gaaffiin ogeessota fayyaa kun gaaffii hawaasa hundaa ta'uu beeknee yaadaanis ta'u qaamaan bira dhaabbachuu qabna!
Eeyyeen, waa'een ogeessota fayyaa nama kamiyyuu ni ilaallata!!

29/04/2025

35.5K likes, 2911 comments. β€œ β€οΈπŸ’šβ€οΈ πŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡Ή γ‚š πŸ’ŽπŸ§•πŸ» ”

27/04/2025

Akkan ittii si yaada
Jiruume wayyo wayyoo
Akkamin godhaπŸ™†πŸ˜

26/04/2025

19.6K likes, 375 comments. β€œlightroom new editing 2024”

Sensei Miyazaki a Shotokan Practitioner under Sensei Okano a direct student of Sensei Gichin Funakoshi..he was the head ...
28/09/2024

Sensei Miyazaki a Shotokan Practitioner under Sensei Okano a direct student of Sensei Gichin Funakoshi..he was the head of International Shotokai Federation.

πŸ‡§πŸ‡· Vinicius Jr season Ballan d'or season:πŸ… 3,791 minutesπŸ… 26 goalsπŸ… 13 assistsπŸ† ULC winnerπŸ† La Liga winnerπŸ† Winner of th...
14/09/2024

πŸ‡§πŸ‡· Vinicius Jr season Ballan d'or season:

πŸ… 3,791 minutes
πŸ… 26 goals
πŸ… 13 assists
πŸ† ULC winner
πŸ† La Liga winner
πŸ† Winner of the Super Cup
πŸ… Best ULC player
πŸ… 12x best player of the match
πŸ… 3x best player of the month at the club
πŸ… 2x best player of the match in 2 UCL semi-finals
πŸ… Best player of the Spanish Super Cup final
πŸ… Hat-trick in the Spanish Super Cup final
πŸ… 4 goals in the final
πŸ… 7 G/A in the UCL knockout phase
πŸ… 1 goal against Dortmund in the UCL final
πŸ… 4 goals, 1 assist against Barcelona
πŸ… 2 goals against Bayern Munich
πŸ… 2 assists against Manchester City
πŸ… 1 goal, 2 assists against Girona (La Liga leader at the time)
πŸ… 8 goals, 3 assists against the TOP 10 of La Liga
πŸ… Absent more than 2 months due to injuries.
πŸ† Winner of the European Super Cup again.

THE BEST IN THE WORLD. πŸ‡§πŸ‡·β­οΈ

Sadarkaa baha oromiyaatti Dorgoomii Open tournament fi leenii guyyaa 4/12/2016 - 8/12/2016 harargee magaalaa ciroo irrat...
16/08/2024

Sadarkaa baha oromiyaatti Dorgoomii Open tournament fi leenii guyyaa 4/12/2016 - 8/12/2016 harargee magaalaa ciroo irratti hirmaatoota 300 ol irratti hirmaatani gaggeessaafama turree haalaa bareedaafi gaariin golabamee jira.
Harargee iddoo dhaloota karatee
Bayyeen sin boonaa sensee seenaa

Address

Sacsees
Hirna

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Karatee lovers posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share