Ifnaan

Ifnaan Walaloo fi jechoota jaalala

28/08/2022
19/12/2021

Si amaneetiin sitti himadhee
Akka na jaalattu yoomiin hubadhe

19/12/2021

Duraan yoom hubanne
Amma agarre erga gubanne

04/12/2021

Oromoo keessaa biqille malee
Oromummaan yoom nu keessatti biqle

Dhugaa dubbadhuDhalii dhungadhiShaada qabaadhuIbaadaa rabbii qabaadhuRassuularratti salawaata buufadhuWaan qabdurraa sad...
20/06/2021

Dhugaa dubbadhu
Dhalii dhungadhi
Shaada qabaadhu
Ibaadaa rabbii qabaadhu
Rassuularratti salawaata buufadhu
Waan qabdurraa sadaqadhu
Hama namaarra sodaadhu
Kadhaa rabbii guddadhu
Sobuu dhiisii dhugaa dubbadhu jiraadhu
Kan si jibbe ati jaaladhu
Kan si jaalate sodaadhu kabajaan simadhu si rabbi si kena beekkadhu
Yoon dogoggorees dhiifama
Warreen dubbiftan galatooma
Fayyaa isinitti haa tahu yoggaluma
Galatooma ☆☆☆ ♤♤♤♤♤♡♡♡♡♡

08/04/2021

Jirraa Bulle Bari Arguuf

Address

Hirna

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ifnaan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Ifnaan:

Share