Diinoo Ahamad Opp

Diinoo Ahamad Opp Amala gaarii

Jecha hedduu natti tole keessaa inni kun ijoodha
08/09/2021

Jecha hedduu natti tole keessaa inni kun ijoodha

12/07/2021

Badhaadhinni ummata biyya isaatif halkaniifii guyyaa ummata isaatif hojjateet injifannoo injifannorratti galmeessaa deema

Dargaggoonni jirjiiramaaf hojjatu duula ashaaraa magariisaa abbummaadhan qabannee qilleensa gammoojjummaa haa irrisnuu b...
12/07/2021

Dargaggoonni jirjiiramaaf hojjatu duula ashaaraa magariisaa abbummaadhan qabannee qilleensa gammoojjummaa haa irrisnuu biqilxuu dhaabun miidhagina biyyaatis murteessadha bakka jirru hundatti yoo biqilxuu yoo dhaabne magariisa barbaaduf iddoo biraa deemnee baasii garaaggaraatif hin saaxilamnu gaafa bashannanuuf dhaabnee lafaa yoo qabaannee barbaacha hin deemnu ashaaran magariisni madda galiitis tahee nu fayyada ashaaraa magariisaf dursa haa kenninuu

Dargaggoonni Abdii Biyyaati Biyyaati Wajjiin Taanee Biyya Teenya Guddifna
08/07/2021

Dargaggoonni Abdii Biyyaati Biyyaati Wajjiin Taanee Biyya Teenya Guddifna

Hojiin yaalii duumessa gara bokkaatti jijjiiruu milkaa'inaan xumurameera. Kunis hojiilee biyyi keenya gama humna maddisi...
03/04/2021

Hojiin yaalii duumessa gara bokkaatti jijjiiruu milkaa'inaan xumurameera. Kunis hojiilee biyyi keenya gama humna maddisiisuufi jallisiidhaan hojjetturratti bokkaa dabalataa roobsuudhaan deeggaruun akka danda'amu kan mul'isudha. Carraaqqiiwwan akkasii biyya ammayyoomsuuf gargaaran irratti xiyyeeffachuun akka danda'amu uummanni keenya hundi balleessitoota balleessuufi badii dhaabsisuun akka danda'amu qaamolee seera kabachiisan waliin hojjechuu qaba. Guddinni biyya keenyaa guddina Afrikaati. Qaamolee adeemsa yaalichaarratti hiirmaattan hundaaf galannikoo isin haa gahu.

Harargee Lixaa Aanaa Burqaa dhimtuu hooggansi waliigalaa marii dhimma bittaa boondii irratti ergaa geggeessen booda bitt...
15/03/2021

Harargee Lixaa Aanaa Burqaa dhimtuu hooggansi waliigalaa marii dhimma bittaa boondii irratti ergaa geggeessen booda bittaa boondii raawwateet jira boondii bitannee hidha laga mormor ykn abbaay hiinee biyya keenya misoomsinee biyya kara badhaadhinaa ceesifna

Dargaggeessa boruuf tahu qopheessuun ergama paartii badhaadhinaa fi galma badhaadhina biyya keenyaati.Dargaggeessi dande...
15/03/2021

Dargaggeessa boruuf tahu qopheessuun ergama paartii badhaadhinaa fi galma badhaadhina biyya keenyaati.Dargaggeessi dandeetti gaggeessummaa akka gabbifatan, hoggansa Isa duraa irraa akka barataniif ofitti makuun gaggeessummaa shaakalchiisuun aangessuu irraa jalqaba.
Dargeeggeessa Jijjiirama biyyoolessaa hubatee , qabsaa'uu danda'u qopheessuun ofitti makuun tarsiimoo paartii badhaadhinaati. paartiin badhaadhinaa Abbaa dhaloota qubeeti Kan jennuuf kana.
Paartiin badhaadhinaa hirmaachisaadha wanti jennuuf tokko kana maaliif akkaata barbaachisummaa isaatiin ijaarsa biyyaa keessatti, gaggeessummaa keessatti qooda biyya ofiif akka bahan taasisaa jira.
Paartiin badhaadhinaa akka Warra kaanii biyya ofii irraa Kan ittisu osoo hin taane,ofitti makee qabsoo boruuf qopheessee biyya keenya itti fufsiisa.

Godina Harargee Lixaa Aanaa Burqaa dhimtuudheebuu hojii dhabdummaa dhaloota qubeetu dheebuu baasa Hojii dhabdoota bifa s...
01/03/2021

Godina Harargee Lixaa Aanaa Burqaa dhimtuu
dheebuu hojii dhabdummaa dhaloota qubeetu dheebuu baasa
Hojii dhabdoota bifa seenaan hin daganneen hojii Uumuu keessanif
Galmee dhaloota qubee keessatti bara baraan yaadatamtu .
Galmee seenaa galmeessitan
Dhaloota waan garii dhalachiftan
Galmee seenaa dhaloota qubee misooma badhaadhinnaan dhalachitan
Seenaa dhaloonii qubee bara baraan ittiin issin yaadatuu misooma jalqabaa fi dhuma hin qabne harkaan geessan .
Dhaloonnii qubee immoo kennaa badhaasa jijjiiramaa misoomaa kana fixaan baasuu qaban
Ifa ampulii kana nuf muldhisu qaban
Badhaadhinna mallattoo ampulitin
Ifaadhan mirkaneessuu qaban badhaadhinni hojii boonsaa hojjachaa jira bara bulchiinsa wayyaanee keessa imaaxan baajaj dhiisii saaykilaan ijaarame hin jiru badhaadhinna keessa wanti hunduu guutet jira imaaxan jaaramnee hojjannee of haa jirjiirruu

27/02/2021

Yoo biyya bulchan akka badhaadhinnatti yoo biyya gadadoofii hiyyummaa dhaalchisuuf hojjatan garuu paartin girrisaa boohufii boochisuutif kfo fii abo shanee warra nu maaleeti nu malee biyya dhiisii ofiifuu hin taatu badhaadhinni itoopiyaa bira darbee afrikaafuu furmaata guddaa guddaa fida yoo biyyaaf hojjatanii biyya guddisuuf taate tarsiimoo badhaadhinaati

 # Diinni_Keenya_HiyyummadhaaAnin kun maratadhaa fayyaa nan sehin. Yoon akkas jedhuu maalif jechuun kee hin hafu Ani akk...
27/02/2021

# Diinni_Keenya_Hiyyummadhaa
Anin kun maratadhaa fayyaa nan sehin. Yoon akkas jedhuu maalif jechuun kee hin hafu Ani akkuma Abbichuun jedhee Diinni kiyyas Hiyyummadhaa hangan hiyyummaa mohadhuu abadaan hin rafu
Hiyyumma mo'achuuf Mul'ata Abbichuu qabachuu Paartii Badhaadhina filadhee filachiisu irra of duuba hin jedhuu hangasitti fayyaa na seete nan Tajjaabin fuuldura kiyya dhabbate jechaas ta'e Gochaa imala Badhaadhina gufachiisu dubbatte nan komatin.
Marata biraa dhagaa hin fudhatan jechaama jedhamu san hin dagatin.
Qoree akka malee qushaashaa akka malee ajawu kan Dandii imala gubbatti guruu Ana caalaa maratadhaa.
Dhiiga ilman oromootin Injifannoo harka keenya jirun biyya ijaarre inni kanaaf hinaafe kan ijaare diguf fiigu hin dhisu callises biraa hin kutu injifannoo itichuuf Dorsisa Girrisati miti Misaa'ila Koriyaa kabaa hin sodaadhuu.
Goota qabna Hayyu Beekkumsan of ijaare qabna waan ta'ef namni Gootni dura jiru duubaa qoree karaa irra guruu hin sodaatu hinaaffa dhisa Abbichuun goota keessani qudhaafii jala deema jechuumafii!!!
Diinoo Ahamad share godhi girrisa biraan naf gahi.
Elemoo Taha Mohammad Comment godhi hinaaftu garaa gubi.
Masu Huseen barreeffama kana naf gulali Ajandeessi girrisa baqachiisi.
Juneyden Sulten Yoo girrisan utaale mormaa irra ijjadhuu Yoo waywaate gadi dhisi.
Lelisa Kumela Diinoo fi Juneydi ni jarjarani warraa Abbichuu jibbu kana jibbinus haa jiraatani boruu amanani akka hin mine biraa jiraadhuu.
Boharsaa Barentoo Walaloo Gootummaa Abbichuu ibsun shaa nu godhuu hin dagatin.
Abdo Mahammed AZEMA agarte bira hin kutin akkuma amala keetii biyyi abbaa qabdi nura itti himi.
Bakar Waaree ABO fi KFOn hin dorgoomnu murteessani akka qa'ee hin hannee akka Nageenyaa Ummata hin boreessine dorgoomu battanis mo'amtani nura itti himi.
Foziya_Amin Kayyoof Sagantaa Paartii Badhaadhina Ummata keenya barsisi Badhaadhina filachiisi.
Ahmed Sheka baqattotni Sa'ud arabiya karaa fb Ummata keenya Gosumman akka hin qoqqonne wardiya dhabadhuu likkii isaani himif.
Got

Godina harargee lixaa aanaa burqaa dhintuu dargaggoonni abdii biyyaa haala kanaan dhugaa faana hiriiranii jiru kun ragaa...
27/02/2021

Godina harargee lixaa aanaa burqaa dhintuu dargaggoonni abdii biyyaa haala kanaan dhugaa faana hiriiranii jiru kun ragaa gahaadha dargaggoonii keenya keenya jeequmsa balaaleffatanii paartii misoomaf adda kennee ummataaf hojjatu faana hiriirree carraa arganne kanatti fayyadamnee hojjannee jiruuf jireenya keenya jirjiruu malee boqonnaa qabsoo goollabneet jirra jedhu jirjiirama dhufe bu'ura godhachuudhan ilaaf ilaamedhan tokko tanee yeroon nuti ummanni oroo warraqsa dinagdee finiinsinu amma qeerrof qarreen aanaa burqaa dhintuu badhaadhinna faana jirra hojiif malee oduuf yeroo hin qabnu

Lixaa HarargeeBurqaa dhintuuttiBiloggarota Paartii Badhaadhina walin qabsoo Boqonnaa itti Anu irratti mari'atameraa.■ Ma...
27/02/2021

Lixaa Harargee
Burqaa dhintuutti
Biloggarota Paartii Badhaadhina walin qabsoo Boqonnaa itti Anu irratti mari'atameraa.
■ Marichaa Geggeessa kan turan IT/Siyaasaa Paartii Badhaadhina Addee Foziya_amin akka jedhanitti Paartiin Badhaadhina Duudhaa Sirna Gadaa oromoo irratti kan ijaarame wan ta'ef Aadaa fi Safuu Ummata oromoo cimse kan Kabaju fi Safuu oromoo bakkaatti deebisuf Paartii hojjachaa jiru wan ta'ef akka Biloggara Paartii Badhaadhinati yeroo karaa Midiya Hawaasatin qabsoo geggeessitan of egganno gochuu qabdu jedhan.
■Paartiin keenya Badhaadhinni Kayyoof Sagantaa ifa ta'e qabate Yaadaama IDA'AMUUTIN kan qajeelfamudha kanaaf dhabaa Yaadatif arrabsoo kan filatu miti isinis Blogger keenya Yaadaama sirri harka qabnu bu'uura godhachuun arrabsoo Girrisatif osoo bakkaa hin kennin Kayyoof Sagantaa keenyan dura dhabbaachuun Paartiin keenya Ummata keenya biraatti fudhatamumma akka argatuf cimtani hojjachuu qabdu jechuun dhamaniruu

Address

Hirna

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Diinoo Ahamad Opp posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share