Girma Tadesa

Directions

Girma Tadesa Ani hambaa Aannoolee fi caalanqoo bara 1887 .Oromummaa koo naa Boonsaa!.

10/08/2026

Mootii Adarraa

Sirni ykn caasaan hoggansaa tokko dandeettii, ogummaa, fi gahumsa dhugaa irratti osoo hin taane, adarraa, dilaala dantaa dhuunfaa, fi xaxama yerootiin gaafa kofoo aangoo uffateee ijaaramu, inni "Mootii Adarraa" fi caasaa abdii dhabeessa dha; sababiinsaas adarraan yeroodhaaf nama geggeessuu ykn dawoo ta'uu danda'a malee, bu'uura dhaabbataa fi utubaa jabaa dhaloota ceephoo ta'uu tasumaa hin danda'u. Caasaaleen fi hoggantoonni dandeettii fi naamus-qabeessummaa malee, adarraa fi wal-deeggarsa danta-dhabeeyyiitiin iddoo murtee irra taa'an, saba tajaajiluu, misooma fiduu, fi tasgabbii mirkaneessuu mannaa, xaxama ammayyaa, hanna, fi olola dharaatiin jireenya hawaasummaa kuffisuu irratti bobba'u. Aangoon gahumsa malee, adarraa qofaan dooliif dhihaate akka mana cirracha irratti ijaarameeti; bubbee fi garba dhiitamaa gaafa ka'u salphaatti garagaggaluu fi diigamuu irraa kan hafe utubaa dhaabbataa ta'uu hin danda'u.

Sirni adarraan bulu fi mootiin gahumsa dhabeeyyii adarraa irraa tulluu ijaarratu yoomiyyuu dhugaa uummataa fi madaallii seenaa dura dhaabbachuu hin danda'u; sababiinsaas adarraan sun gaaf tokko kashlabbummaan, fashalaatiin, fi gaaffii haqummaa uummataatiin diigamuun isaa dhimma yeroo qofa waan ta'eef. Uummanni dammaqaan fi haqi lafa jiru gaafa ol-ka'u, caasaan adarraan dhaabbate hundi ni bu'uura dhabama, hattoonni fi garlameewwan adarraa kaniin fayyadamaniis salphina seenaa jala galu. Kanaafuu, ijaarsi diinagdee, hoggansaa, fi hawaasummaa kamuu kan inni waaraa fi jabaa ta'uu danda'u, gaafa gahumsa, ogummaa, amanamummaa, fi tajaajila haqummaa uummataa irratti ijaarame qofa waan ta'eef, "Mootiin Adarraa" fi caasaan gahumsa hin qabne sun dhumarratti diigamuun isaa heera uumamaa fi dhugaa seenaa kan waakkatamuu hin dandeenye dha!

06/01/2026

Akkamii ooltaan

24/07/2025

Nagaan Furmaataa waa marati

27/02/2025

Bu'aan Gandummaa irraa argamuu yoo jiraatee Hammeenyaa qofa.

12/12/2024

Oromumma is not Ganduma!

10/06/2024

When Man and age and circumstances hold you left and right you look back and forth and lose what you hope for when your relatives and friends look at the situation and stray from you

28/08/2023

oromummaa

22/06/2023

Jijjiramni biyyaa kan dhufee Dammaqinaa Hirmaanaa qeerrowwaan Oromiyaa hundaati.

16/06/2023

Eenyummaan keenyaa Oromummaa keenyaa

Address

Chiro
Holeta

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Girma Tadesa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share